Raammis post

Rabbiin Rahamata sii haa godhuu Akka itti du'an Bakka itti du'aniifi Guyyaa da'antu Waldhaba malee namuu achuma deema ma...
08/01/2023

Rabbiin Rahamata sii haa godhuu Akka itti du'an Bakka itti du'aniifi Guyyaa da'antu Waldhaba malee namuu achuma deema maatii fi firoottan isaatiif obsaa fi jajjabina Rabbiin haa kannuf

05/01/2023

Ajaa'ibaati Ergaa shanan khanaan
Amata Haarawa haakheeysummeeysinu jatti🌷
👉itti dhihaadhuu qooda irraa fudhuu
Masjiida Maadoo ykn masjidul fathii Khan Asphaaltii gubbaati
👉Jiraattota magaalaa chelenkoo
Khan muslimaa maraaf_Sagantaan
Asladen_ Akkuma beekkamu Torbanitti_Tan deemtu boru
Qophii mi'ooytuu qabatee isiniif dhufaa jira
👉Waan ummata muslimaa ni fayyaddi jadhee yaadu mara ummata khiyyaaf niin hima ja'a dargaggeeysi kheenya Khan sammuu fii dandeettii Addaa Rabbiin khanneef Khun. Ganama yaroon gama masjiidaa. Deemuutu sirraa eegama
♥️Hoggaa dhaggeeyfattee booda qooda naaf kheeysa inshaa Allaaha ♥️ Habiibii Akkam

🤎 Ahbaabii Fillaah! 💖 Laal osoo bultitti hin seenin dura:-👉 Haqa Jaartiin tee sirraa qabdu.👉 Haqa Ati Jaartii tee irraa ...
23/12/2022

🤎 Ahbaabii Fillaah!

đź’– Laal osoo bultitti hin seenin dura:-
👉 Haqa Jaartiin tee sirraa qabdu.
👉 Haqa Ati Jaartii tee irraa qabdu.
👉 Haqa isin lamaan itti wal qixaa.

â—Ź Akkasuma bultii keessatti walitti bu'uun waan hafan qabne akkamitti rakkoo san akka furtan amma baradhuu.

â–  Namni fuudhe ilmaan arkachuun hafan qabu ilmaan akkamitti akka guddisuu qabduu fi haqa ilmaan kee sirraa qaban ammuma baradhu.

👉 In sha allah san booda bultiin tee siif tolti.

Gaafa kaayyoon dhugaa si harkaa badu,ilma dhiiraa taatee,garee ani deeggarutu kufe jettee boottaa argi, gaafa jiruun si ...
19/12/2022

Gaafa kaayyoon dhugaa si harkaa badu,ilma dhiiraa taatee,garee ani deeggarutu kufe jettee boottaa argi, gaafa jiruun si harkaa waldhahu,nama jaaladhu wahii dhabe jettee haada bitattee uf fannisuu kajeeltaa xiinxalli,gaafa gatiin kee bu’u,kanuma dhufetu akka meeshaa bitee si gurguraa uf argi!

ila
Sila Kaayyoon ati addunyaa tanarra dhufteef,kana hin turree beeki,wanti ati biyya lafaa irra jiraataa jirtuuf, silaa waan yartuu akka yaadduufii hojjattuufii mitii mee xiinxalli!

Ekaa
ilmi namaa lafa gadi dhiisee,samii keessa jiraanna jedhee walfixaa laali,yaa’ii ilma namaa dadhabne jedhee,biyya lafaa haaraa barbaacha naannawaa daawwadhu,gariin isa har’aa darbee,isa boriitiif carraaqataa xiinxalli!

Durdur
Namni tokko Aalima tokkotti goree,isaanii kitaaba qaraasisan,yaa sheek? ilmi namaa samii koraa jiraa,ati ammallee bukhaarii qaraasistaa jedheen jedhan! sheeknis deebii kennannif,ati rakkoo keessa jirta, yookaa jara wajjiin imaltee samii hin korre,yookaa nu wajji gadi teettee bukhaarii kee hin qaraane,jarri ati jettu immoo,makhluuqatu makluuqatti dhaqe,nuti immoo makluuqatu khaaliqa wajji haasawaa jiraa beeki jedheen jedhama!

Jaaloo
Ati bakka bu’aadhaa beeki,Amantii teetiif,biyya teetiif, hawaasa keetiif,ilma namaatiif bakka bu’aa taatee dhuftee uf yaadadhu!

Obbolaa
Gaafa waan rakishatti uf dabalte,gaafa namni jiraan lubbuu qabu kuni,bitamuufi gurguramu keessa seente,gaafa jiruu tee meeshaan walitti rartaaste, namummaafi bakka bu’ummaa fixattee beeki!

Hey
Nama caalaa wanti qaalii tahe tokkollee hinjiruu gadi hin bu’in!

21/11/2022
Bayxu Bayxi malee Saree ijankuulan khana mancaan Ganda Jaarsoo kha Wayyaaneen  Arihaa turre
13/11/2022

Bayxu Bayxi malee Saree ijankuulan

khana mancaan
Ganda Jaarsoo kha Wayyaaneen Arihaa turre

Rabbiin Nabi muussaaď·ş Fira'oona jalaa nagaya baase, Rakkoo hunda Jalaa nagaya si haa baasu.
13/11/2022

Rabbiin Nabi muussaaď·ş Fira'oona jalaa nagaya baase, Rakkoo hunda Jalaa nagaya si haa baasu.

Ulamaa'ii teenya isin aduu dachii tanaati ammallee kheyriirratti umrii teysan nuuf haa dheereysuu! Dhaloota kanarraahis ...
23/10/2022

Ulamaa'ii teenya isin aduu dachii tanaati ammallee kheyriirratti umrii teysan nuuf haa dheereysuu! Dhaloota kanarraahis ka ilmii isinirraa dhaalu nuuf haa baay'isuu!

Address

Dire Dawaa
Dire Dawa
MAASHALLAAH

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251921370131

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Raammis post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share