23/04/2023
!
Ilaalchi nuti jireenyaaf qabnu, ilaalcha jireenyi nuuf qabu murteessa.
Yoo karoorri hin hojjanne karoora jijjiiri malee gonkumaa galma hin jijjiirin.
Moo'achuuf osoo namni biraa sitti hin amanne ofitti amanuu qabda!
Hanga namoonni si hubatan eeguun hin barbaachisu.
Hamma karoorri keenya galma ga'utti, hamma galmi abjuu keenyaa dhugoomutti namoonni nu hubatan muraasa waan ta'eef!
Saahiba kiyya Gold man (Ilma keeysan) akka carraatti bakka wahiitti walagarre sa'aalleen xiqqoo taatu suuraa takka waliin qac goone yaadannumaaf, bro jabaadhuu deemsa kee itti fufi nama koo gara fuulduraattiin siin ja'a ani hiriyaan kee!
Bakka abjuu keenyaa shakkii malee ni geenya insha Allah!💪
🖤🖤🖤🖤
💕❤❤❤💕
🤍🤍🤍🤍