Muhaammed seraj M

Muhaammed seraj M AJAA'IBA!"Woyyaaneen hin woyyoofna jettee woyyaa dhabde".

20/03/2022

๐Ÿ˜‡Gorsa Abbaa manaaf
๐Ÿ‘‰ wayita ulfaa fi da'umsa booda kanneen armaan gadii argaman kana hojii irra oolchuu qabda.
1. Haati manaa kee hordooffii wayita ulfaa fi da'umsa booda akka fudhattu jajjabeessuu qabda.
2.wayita ulfaa fi da'umsa booda amalli haadhoolii jijjiramuu waan danda'uuf obsuu qabda.
3. Jaalala isheef qabdu yeroo hunda ibsuuf qabda.
4. Wayita ulfaa wal qunnamtii saalaa kan fedhii keessan lameen irratti hundaa'e ta'uu qaba.
5. Wayita ciniinsuu fi da'umsaa ishee waliin turte jajjabeessuu yoomuu hin dagatiin.
6. Da'umsaa booda fedhii isheen wal quunnamtii saalaaf qabdu waan hir'atuuf obsiif.
Hub : yeroo hunda akka ishee jaallattu itti himu hin dagatiin!

Galatoomaa ! Yoo isinitti tolee walif share godha.
By :Dr lammi
FolloDr Mohammed Ibrahimim

https://t.me/DrmohammedIbrahim tuqaati ilaalaa!

26/02/2022
17/02/2022

Tapha Maanchister Yuunaayitid tibbana qabxii qooddatee bahe irratti Roonaaldoon dugda Antoonii Eelaangaa irratti gorora yoo tufu viidiyoon agarsiiseera jechuun miidiyaarra naanna'aa jira.

Gaariin isaanii immoo Roonaaldoon ilaalcha Sanyummaa nama balaaleffatuu dha kana hin godhu jechuun falmuu eegalan.

12/02/2022

Yaaaaa Allaah
Jireenya kee hin tuffatin namoonni hedduun bakka kee ga,uuf ni hawwaa jira waan ta,eef
Addunyaan tun hawwiidhaan guutamte
Yeroo gariin Konkolaataa moodeelaan jijjiiruu hawwu namni gariin kophee miti Miilaayyuu hin qabu
Suuraan tun namoota Argan hundaaf Akka ofyaadachiiftu shakkii hin qabu
Hawwiin mucaa kanaa utuu argatee Bishaanuma qulqulluu argatanii dhuguudha. Guyyaan nijjijjiirama akka rakkatametti hin hafu
Akka bal`attettis hin haftu
Rabbiin ummata kana Rahmata isaatiin nuuf hadhaqqabatu. Amiiin Aamiin

05/02/2022

Our community is hurting again today, because our leaders don't have the guts to build and enforce policies that ensure the dignity of all human life. May Amir Locke's name be remembered, and may his family and friends feel our prayers.

22/10/2021

Nothing!

Address

Dodola

Telephone

+251924972757

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muhaammed seraj M posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Muhaammed seraj M:

Share