21/12/2025
Abbaa B-capitalitti warri duulaa jiru harkaa Ormaatu eegalee itti duulaa jiraa an qaatan arge osoma suuta deemanii dirree bafatanii beekaโ!!!
Namni keenya Dirree dhawaa keessaa akka waa hin joranne duula yeroo dheeraa deemaa turee beeka!! Yoo badii qabaates keenya nutu qajeelfata malee amba wanti galchu hin jiru.