Sabboona abdii biyya

Sabboona abdii biyya Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sabboona abdii biyya, College & University, Harar.

baga itti geessan guyyaa ayyaana eid Al-fixrii hundi muslimtoota
21/04/2023

baga itti geessan guyyaa ayyaana eid Al-fixrii hundi muslimtoota

hammeecha yerootiif jette terkaanfii kee hin dhaabin
12/03/2023

hammeecha yerootiif jette terkaanfii kee hin dhaabin

welcome new year 2015𝕓𝕒𝕣𝕒  𝕛𝕒𝕒𝕝𝕒𝕝𝕒 𝕓𝕒𝕣𝕒 π•˜π•’π•žπ•žπ•’π•”π•™π•¦π•¦ 𝕓𝕒𝕣𝕒 𝕒𝕦𝕦𝕗𝕒 π•’π•Ÿπ•šπ•š π•—π•š π•šπ•€π•šπ•Ÿπ•šπ•šπ•— 𝕙𝕒𝕒 π•₯𝕒𝕙𝕦
10/09/2022

welcome new year 2015
𝕓𝕒𝕣𝕒 𝕛𝕒𝕒𝕝𝕒𝕝𝕒
𝕓𝕒𝕣𝕒 π•˜π•’π•žπ•žπ•’π•”π•™π•¦π•¦
𝕓𝕒𝕣𝕒 𝕒𝕦𝕦𝕗𝕒 π•’π•Ÿπ•šπ•š π•—π•š π•šπ•€π•šπ•Ÿπ•šπ•šπ•— 𝕙𝕒𝕒 π•₯𝕒𝕙𝕦

07/09/2022

Naannoo Oromiyaatti adeemsi baruufi barsiisuu Fulbaana 9, 2015 eegala-BBO

Finfinnee ,Qaammee 1,2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti adeemsi baruufi barsiisuu Fulbaana 9, 2015 kan eegalu ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.

Naannichatti adeemsi baruufi barsiisuu bara barnootaa 2015 manneen barnootaa idileen duraa dabalatee manneen barnootaa hunda keessatti Fulbaana 9, 2015 kan eegalu ta’uu ibseera.

Galmeen barattootaa Fulbaana 8, 2015 kan xumuramu ta’uu yaadachiiseera.

Waajjiraaleen Barnootaa Godinaalee Aanaalee fi manneen barnootaa hundi Fulbaana 09/01/2015 irraa eegaluun adeemsa baruufi barsiisuu eegaluuf qophii barbaachisaa akka taasisan dhaamuu ragaan biiricharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

28/06/2022

Hirmaadhaa, Badhaafamaa!
Hiriyootni keessanis akka hirmaatan affeeraa!
Dorgommii Kibxata yeroo mara geggeeffamu kana irratti hirmaachuun deebii sirrii hunda dursitanii (1ffaa irratti) yoo deebistan, daataa iinterneetaa hin daangofne kan ji'a tokkoo, akkasumas 2ffaa hanga 5ffaa yoo taatan ammo daataa iinterneetaa hin daangofne kan torban lamaa badhaafamtu.
Har'a Kibxata sa'aa 10 irratti nu eegaa!

Qajeelfamoota Dorgommichaa
1. Dorgommichi fuula Feesbuukii keenya kanarratti geggeeffama.
2. Dorgomtoonni gaaffii dhiyaateef deebii sirrii ta’e dursanii deebisan 5n qofti ni badhaafamu.
3. Deebiiwwan karaa saanduqa yaadaa (comment box) kan dhiyaatan ta’a.
4. Deebii jalqaba kennamee gara kamittuu sirreessuun fudhatama hin qabu.
5. Deebii sirrii fi mo'attootni guyyaa itti aanu ifa godhamu.
6. Mo'attootni eerga maqaansaanii ifa godhamee booda guyyaa lama keessatti karaa keessoo nu quunnamuun badhaasasaanii fudhachuu qabu.
Carraa Gaarii!

α‹­αˆ³α‰°α‰α€ α‹­αˆΈαˆˆαˆ™!
α‹ˆα‹³αŒ†α‰½α‹Žαˆ α‰ α‹šαˆ… α‹α‹΅α‹΅αˆ­ αŠ₯αŠ•α‹²αˆ³α‰°α‰ α‹­αŒ‹α‰₯α‹Ÿα‰Έα‹!
α‹˜α‹α‰΅αˆ­ αˆ›αŠ­αˆ°αŠž α‰ αˆšαŠ«αˆ„α‹°α‹ የαŒ₯α‹«α‰„αŠ“ መልሡ α‹α‹΅α‹΅αˆ«α‰½αŠ• αˆ‹α‹­ α‰ αˆ˜αˆ³α‰°α α‰΅αŠ­αŠ­αˆˆαŠ› መልሡ α‰ αˆ˜αˆ˜αˆˆαˆ΅ 1αŠ› αŠ¨α‹ˆαŒ‘ α‹¨αŠ αŠ•α‹΅ α‹ˆαˆ­ α‹«αˆα‰°αŒˆα‹°α‰  α‹¨αŠ’αŠ•α‰°αˆ­αŠ”α‰΅ ዳታ αŠ₯αŠ•α‹²αˆαˆ ከ2αŠ› αŠ₯ሡከ 5αŠ› αŠ¨αˆ†αŠ‘ α‹°αŒαˆž αˆˆαˆαˆˆα‰΅ αˆ³αˆαŠ•α‰³α‰΅ α‹¨αˆšα‰†α‹­ α‹«αˆα‰°αŒˆα‹°α‰  α‹¨αŠ’αŠ•α‰°αˆ­αŠ”α‰΅ ዳታ α‹­αˆΈαˆˆαˆ›αˆ‰α’
α‹›αˆ¬ αˆ›αŠ­αˆ°αŠž 10 αˆ°α‹“α‰΅ αˆ‹α‹­ α‹­αŒ α‰₯α‰αŠ•!

α‹¨α‹α‹΅α‹΅αˆ© መመαˆͺα‹«α‹Žα‰½
1. α‹α‹΅α‹΅αˆ© αŠ₯α‹šαˆ α‹¨αŒαˆ΅α‰‘αŠ­ αŒˆαƒα‰½αŠ• αˆ‹α‹­ α‹¨αˆšαŠ«αˆ„α‹΅ α‹­αˆ†αŠ“αˆα’
2. α‰€α‹΅αˆ˜α‹ α‰ α‰΅αŠ­αŠ­αˆ α‹¨αˆ˜αˆˆαˆ± 5 α‰°αˆ³α‰³αŠα‹Žα‰½ α‰₯ቻ α‹­αˆΈαˆˆαˆ›αˆ‰
3. መልሡ α‰ αˆ€αˆ³α‰₯ መሡጫ ሳαŒ₯αŠ• (comment box) α‰₯ቻ α‹­α‰€αˆ­α‰£αˆ‰
4. መልሡ αˆ›αˆ΅α‰°αŠ«αŠ¨αˆ αŠ α‹­α‰»αˆαˆ
5. α‰΅αŠ­αŠ­αˆˆαŠ›α‹ αˆ˜αˆαˆ΅αŠ“ αŠ αˆΈαŠ“αŠα‹Žα‰½ α‰ α‰€αŒ£α‹© α‰€αŠ• ይፋ α‹­α‹°αˆ¨αŒ‹αˆ‰
6. αŠ αˆΈαŠ“αŠα‹Žα‰½ ይፋ αŠ¨α‰°α‹°αˆ¨αŒ‰ α‰ αŠ‹αˆ‹ αŠ₯ሡከ αˆαˆˆα‰΅ α‰€αŠ“α‰΅ α‰£αˆˆ αŒŠα‹œ α‹αˆ΅αŒ₯ αˆ½αˆαˆ›α‰³α‰Έα‹αŠ• αˆ˜α‰€α‰ αˆ α‹­αŠ–αˆ­α‰£α‰Έα‹‹αˆα’
መልካም αŠ₯α‹΅αˆ!
www.coopbankoromia.com.et

26/06/2022

Manni-murtii Yunaayitid Isteetis Seera Baroota Dheeraaf Mirga Ulfa Baasuu Tiksaa Ture Garagalche
https://www.voaafaanoromoo.com/a/6632189.html
Manni-murtii muummichaa kan Yunaayitid Isteetis seera biyyattii ka walakkaa jaarraa tokkootiif ulfa of irraabaasuu mirga heera biyyattii taasisee ture, akkuma tilmaamaa ture, moggaatti dhiisuudhaan, akka kutaaleen biyyaa mirgicha eyyamuu fi dhiisuu murteeffatan mirga kenneefii jira.
Kan irra-jireessa safuutti cichitootaan guutame mana-murtii ol’aanaan murtiin dabarsame kun, wixineen murtichaa miliqee bahee marsariiti maddeen oduu irratti eega maxxansamee fi guutumaa biyyattii keessatti falmitoota mirga ulfa of irraa baasuutiitiin mormiilee hedduu kakaasee yeroo baatii lama hin guunne keessatti Jimaata har’aa murtii kana dabarse.

26/06/2022

Walgahin hogantootaa biyyotan gamtaa Awurooppaa kamisa har’a fi jimaata borii Braasels keessatii taasifamu ,yuukreen miseensa gamtichaa ta’uudhaaf akka kaadhimamtu murteessuun alatti weerara Raashaan yuukreen irratti raawwatte hordifuudhaan sadarkaa adduunyaatti rakkina wabii midhaan nyaataa...

akkana Obbolleessa jechuun
26/06/2022

akkana Obbolleessa jechuun

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sabboona abdii biyya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Sabboona abdii biyya:

Share