IEbsa Aliyl Abdullah

IEbsa Aliyl Abdullah Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from IEbsa Aliyl Abdullah, College & University, ibsa Aliyi Abdulla, Harar.

03/03/2026
04/02/2026

Dr. NaafYaad Geetuu

27/01/2026

Mr.Thank U 💜💜

07/12/2025

Namoonni hojiidhaaf gara biyyoota alaa deemtan qorannoo meedikaalaa nu biraa argatuu dandeettu.

Teessoon: Shaashamannee, daandii aspaltii haaraa 01 irraa gara Waajjira Poolisii 81 geessu irra.

📞📲: +251 98 687 7587

05/12/2025

Mallattoo Dhukkuba Kalee 1 Naannoo ijaa fi fuulaa, keessumaa ganama ganama
dhiita’uu (hiita’uu)
2. Miilla lamaan naannoo koomee dhiita’uu (hiita’uu)
3. Humna dhabuu, fedhii nyaataa dhabuu, maashaan
qaamaa nama dadhabuu/caccabuu, yeroo dheeraaf
oldeebisuu (balaqqamuu)
4. Fincaan keessa dhiigni jiraachuu (garmalee diimachuu
fincaanii), garmalee koffaa’uu/
hoomachaa’uu, hagi fincaanii kan duraanii irra baay’achuu
yokaan xiqqaachuu
5. Hirriba rafuu dadhabuu, googaan ofii yeroo mara gogaa
(dry) ta’uu fi hooksisuu
Mallattoowwan armaan olii kana yoo qabaattan gara mana
yaalaa deemuun fayyummaa keessan mirkaneeffachuuf
qoratamuun gaariidha.
Qoratamuun alatti maal gochuudhaan kalee keenya
eeggachuu dandeenyaa?
1. Bishaan ga’aa ta’e (litira 2 guyyaatti dhuguu. Yoo
fincaan nama qabu yeroo dheeraaf ittisuu dhiisuu
2. Qorichoota analgesics baay’isanii fudhachuu irraa of
qusachuu
3. Ashaboo baay’isanii nyaachuu dhiisuu, Nyaata prootina
hedduu qabu yeroo mara soorachuu irraa of qusachuu
4. Alkoolii baay’isanii dhuguu dhiisuu fi tamboo tasuma
xuuxuu dhiisuu
5. Hirriba ga’aa ofiif kennuu danda’uu fi Infekshinoota
xixiqqoo osoo hin tuffatiin yaalamuun barbaachisaadha...✍️

Dr. NaafYaad Geetuu

05/12/2025

Jijjiramni akka dhufu haasawa qofaan osoo hin taane hojiidhaan tan garsiiste jabduu akka sibiilaa kantiibaa magaalaa maayaa dr ifrah wazir wadafit

05/12/2025
05/12/2025

Address

Ibsa Aliyi Abdulla
Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when IEbsa Aliyl Abdullah posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share