25/02/2023
Akkam Jirtu Jaalatamoo Maatii Artii!
Namoota fedhaafii jaalala artii qabaniif karri keenyi ammas banaa akka ta'e oduu aagaa qabna!
Afaan, Aartii, Aadaa, Duudhaa fi Seenaa Oromoo irratti hojii Cimaa fi bal’aa kan hojjachaa jiru Inistiitiyuutiin Artii Oromiyaa
Ammas Marsaa 6ffaaf:
Ogummaa Filmiitiin (Film Making skill),
-cinematography
- Directing
- screenplay
- video editing
- photoshop
leenjisuuf galmee irra jirra.
Hawwiifii fedha artiirratti qabdan koottaa barnootaan dabaalaa!
Karri keenyi banaadha.
Iddoon argama keenyaa:
Bishooftuu Buufata Konkolaataa fuul duraa
Odeeffannoo dabalataaf lakki. Bil:
📞 0939391241
BISHOFTU