OSOO arguu mu'lata koo

OSOO  arguu mu'lata koo Oromummaa miidhaagina hiddi koo kan dhalotatti bar

21/01/2021

Oromummaa miidhaagina hiddi koo kan dhalotatti bar

Hayyuu jabaa asxaa siyaasaa qabeenya oromoo nama cima  bilchina isaa fira miti alagaanuu dirqii hima
21/01/2021

Hayyuu jabaa asxaa siyaasaa qabeenya oromoo nama cima bilchina isaa fira miti alagaanuu dirqii hima

21/01/2021
Yaa leenca oromoo!!!
20/01/2021

Yaa leenca oromoo!!!

20/01/2021

Gahumsi waraana Itoophiyaa addunyaarraa 60ffaa, Afrikaa irraa 6ffaa ta'e
*********
Bara faranjootaa qabannetti sadarkaa gahumsa humna waraanaa biyyootaa ifa godhame keessatti, Itoophiyaan addunyaarraa 60ffaa, Afrikaa keessaa ammoo sadarkaa 6ffaarra kaahamte.

Ragaalee adda addaa bu'uureffachuun waggaa waggaan gahumsa humna waraanaa biyyoota addunyaaf sadarkaa kan laatu dhaabbatni 'Global Firepower' jedhamu; bara kana biyyoota Afrikaa 35 qoratee, sadarkaa kan kenneef yoo ta'u biyyoota kana keessaa Itoophiyaan 6ffaa taate.

Sadarkaa dhaabbatichi kenneen Afrikaa keessaa Masriin tokkoffaa yoo taatu, Aljeeriyaa, Afrikaa Kibbaa, Naayieeriyaa fi Morookoon sadarkaalee itti aanan qabataniiru.

Biyyi ollaa Sudaan ammoo sadarkaa 10ffaa qabatteetti.

Dhaabbatichi sadarkaa kana baasuuf, ulaagaa akkamii fayyadama?
👉👉 https://bbc.in/2NnEtnm

Suuraan Waajira Ministira Muummee Itoophiyaa

19/01/2021
19/01/2021
17/01/2021

Rakkannee dhiphannus hin kutannu Abdii jireenya bu'aa bayii qabdii garuu homaa miti

Address

Harar

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251932060695

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when OSOO arguu mu'lata koo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share