Õbšíńãñ Æbdíí

Õbšíńãñ Æbdíí Comn

25/08/2025

Dhaabbilee Barnootaa Dhuunfaa 290 keessaa sadii qofti ulaagaa guutan

Finfinnee Hagayya 19, 2017 (FMC)- Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo Dhuunfaa irra deebii galmaa’an keessaa sadii qofatu ulaagaa guute jedhe Abbaan Taayitaa Barnootaa fi Leenjii.

Abbaa Taayitichatti Hoji Raawwachiisaan kenniinsa Eeyyama Dhaabbilee Addishiwoot Asaffaan akka jedhanitti, ulaagaa gamaaggama Dhaabbilee Barnootaa olaanoo Dhuunfaa irra deebiin galmeessuuf qophaa’erratti Dhaabbilee Barnootaa dhuunfaa 375 galmeessuuf karoorfame 290 galmaa’aniiru.

Dhaabbilee 290 galmaa’aniif gamaaggama marsaa jalqabaa taasifameen dhaabbanni ulaagaa guute jiraachu dhabuu isaan ulaagichi fooyya’uun marsaa 2ffaaf gamaaggamni gaggeeffamuu ibsaniiru.

Mootummaan dhabbileen kunneen of gahoomsuun sirna barnootaa keessatti akka itti fufaniif marsaa 3ffaan ulaagicha fooyyeessuun ulaagaa gadi aanaa akka guutan taasifamuun carraan kennamuufi hubachiisaniiru.

Haaluma kanaan Dhaabbileen sadii Kaampaasii sadii fi damee barnootaa 17 ‘n ulaagicha guutuun eeyyamni isaanii raggaa’uu himaniiru.

Baatii 12 keessatti guutuu kan qaban dhaabbileen 25 , Kaampaasii 37 fi damee barnoota hanqate 146 akka guutan taasifamuus kaasaniiru.

Gama biraan baatii 6 keessatti ulaagaa akka guutan dhaabbileen murtoon kan darbeef jiraachuu eeraniiru.

Takkaalinyi Hayiluutu gabaase.

30/08/2024
Qorichoota hedduun irra caalaan isaanii qoricha Harma keessaa bahuu ::@ weak basic durgs are Accumlated into milk- aanna...
28/05/2024

Qorichoota hedduun irra caalaan isaanii qoricha Harma keessaa bahuu ::
@ weak basic durgs are Accumlated into milk-
aannan keessatti kuufame.
Haadholiin harma hoosisan of eeggannoo gochuu qabu
qoricha akkasii daa’ima keessa seenuu danda’anitti fayyadamuu
karaa aannan harmaa fi miidhaa geessisu
daa’ima keessatti fkn. ampicillin, aspirin,
chlordiazepoxide, coffee, diazepam, furosemide,
morphine, streptomycin .

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Õbšíńãñ Æbdíí posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share