Ebsaadha

Ebsaadha Jaarraan kun jaarraa mufatani injafatan
Osoon hintanee jaarraa jaalalan injafatan

Congratulation๐Ÿ’๐ŸŽ‰Qaroowwan abdii biyyaa Baga gammaddaan baga walumaanuu Gammannee ilmaan biyyaa koo๐Ÿ’๐ŸŽ‰๐Ÿ’‘๐Ÿ’Ÿโค๏ธ๐Ÿ’”๐Ÿ™
04/07/2024

Congratulation๐Ÿ’๐ŸŽ‰
Qaroowwan abdii biyyaa
Baga gammaddaan baga walumaanuu
Gammannee ilmaan biyyaa koo๐Ÿ’๐ŸŽ‰๐Ÿ’‘๐Ÿ’Ÿโค๏ธ๐Ÿ’”๐Ÿ™

13/01/2023

Follow my new page
Invite my friend ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

14/11/2022

Haadha =Manaa=Gaarii
tana Sodaa rabbii qabdu
tana qaalii rabbiitin teessu.
tana rabbiif adda lafa keessu.
tana quraana rabbii jalaa gubbaa waliin geessu
tana gurshaa fuutee afaan siif keessu
tana ilmaan gaggaarii siif deessu
tana rahima murtu miti tana rahimaa maxxanfatu rabbiin nuuf haa kennu Amiiiiin allahuma amiiiiin!!!

21/10/2022

Onneen tiyya haala fi amala namatiif malee
bareedina namatiif bakka hin qabdu!!

Yoom Lammii Naayjeeriyaa qofaAnis gadhee na galaafachuuf kaatte???
08/10/2022

Yoom Lammii Naayjeeriyaa qofa
Anis gadhee na galaafachuuf kaatte???

29/09/2022

Hinaaffa Obboleessa keessaanif Gammadduu isin dhoorkuu hunda
Rabbiin sirraa haaqabu!!!

26/09/2022

Milkiin Addunyaa tokko haadha manaa gaarii argachuudha.
Rabbiin nuuf haa kennu๐Ÿคฒ

23/06/2022

Address

Oromiyaa
Harer

Telephone

+251933411632

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ebsaadha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Ebsaadha:

Share