Oromiyaan haandhura oromoo

Oromiyaan  haandhura oromoo Undergraduate

27/09/2025


~~ irraa haa barannuu.
1ffaa
~Walaabu kan Jaarsooti.
~ Dhanka kan Jaarsooti
~Dawwaroon kan Jaarsooti
~ Oromo kan Jaarsooti
~ Sayyo kan Jaarsooti
~ Ooga kan Jaarsooti
~ kan .
~ kan
~ kan Barreentooti.
~Barreento kan
akkuma biroo lafa irratti qubatanii fi abbaa isaanii dagaa Qalloo irraa dhaalan ni qabu fkn Teessumni Qubannaa ilmaan dagaa adeera isaanii Dagaatti aansuun Naannoo Aanaa Jaarsoo fi Diida Waaled aanaa Cinaaksan, Aanaa makkanniissa oromoo kan ammmaa, fi Aanaa Gursum dabalatee baayinaan kan irratti qubatanii argaman yoo tahu akkuma obboleewwan isaanii ilmaan oromoo birootti fi ni jiraatu.
( 6) dhale .
Hangafni 1.Oromo 2.Dawwaroo 3.Walaabu.
4.Warra dhankaa 5.Warra Oogaa 6.Warra Sayyoo
Tokkoon tokkoon isaanii ibidda ni qabu kuniis
1. ilmaan 6 qaba. 1ffaan warra xiyyoo
2ffaan warra Alii 3.Haamidoo 4.Halakhu
5.warra warxuu 6.ayyagee
2ffaa ilmaan 3 dhale isaaniis
1.Botor 2.Warra Heeban 3.Warra Boroo
3ffaan ilmaan 3 dhale isaaniis
1. Umar 2.Usmaan 3.Baallad yoo tahan.
Isaaniis umar-karrayyuu_walaabuu -Jaarsoo-dagaa
Usmaan-karrayyuu -walaabuu-Jaarsoo-dagaa
Baallad-Karrayyuu -walaabu-Jaarsoo
dagaa
Bifuma walfakkaatuun jilboonni ilmaan 6n Jaarsoo dagaatti Galuun seenaa dhugaati.
4ffaan ilmaan 7 dhale isaaniis
1.warra nya'aa 2.warra Mahammad 3.warra Yaayyaa Igguu 4.Warra yaayyaa Guyyoo 5.Arreeylee 6.warra akaakoo 7.karrayyuu
5ffaan ilmaan 3 dhale isaaniis
1.Oromo 2.Buuko 3.Abbayyi
6.ffaan Oogaa ilmaan 3 dhale isaaniis
1.warra Nuunnuu 2.Haagaloo 3.Abbayyi arraaf horteewwan damee ilmaan Jahan Jaarsoo dagaatiin wal isin barsiisuuf Qophiin Qopheeffadhe asumarratti XUMURAMEE

Galatomaa haayyuu Kenya kaan kuutee arraa hin jiree

what is your diagnosis
27/09/2025

what is your diagnosis

05/02/2025

Qurxummiileen ni boo,a , Galaanni hin beeku
አሳም እኮ ታለቅሳለች ባህሩ አያውቅም
Even the Fishes Cries , the Sea doesn,t know

11/11/2022

Shanan Dhuuggoo Center of Excellency!
Shanan Dhuuggootti Barattoonni 26 Mana Barumsa Bultii Addaatiif Darbaniiru!

Dhaloota dorgommaa ofiti amanamummaa guutuu qabuu fi beekumsaan ofi ijaare uumuu balinaan oomishuu caalaa wanni nama gammachiisu hin jiru.

11/11/2022
11/11/2022
04/11/2022

Doonaald Tiraamp filannoo pirezidaantummaa 2024 irratti deebi'ee dorgomuuf
***
Pirezidaantiin duraanii US Doonaald Tiraamp filannoo pirezedaantummaa bara 2024f akka dorgomuu danda’u akeeke.

Iowa magaalaa Siyooksi jedhamtutti deeggartoota isaaniitti akka himanitti ‘’ammas carraan dorgomuu koo guddaadha’’ jedhan.

Filannoo walakkaa bulchiinsaa torban dhufu gaggeeffamu irratti kaadhimamtoota rippaabilikaanotaaf duula na filadhaa yeroo gaggeesanitti kana dubbatan.

Tiraampi guyyoota shan keessatti duula na filadhaa afur gaggeessaniiru.
https://bbc.in/3Wyrleg

04/11/2022
04/11/2022

Do you know what iam said ? Ok

Address

Bend
Hirna

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromiyaan haandhura oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Oromiyaan haandhura oromoo:

Share