Jaalalli siif maali

Jaalalli siif maali Yooo jalaatte dhugan jaaladhu garu hin sobin hire jalatta

09/03/2021
10/02/2021

Ani baayyen nama jaladha namni imma bayye na sodaata malifi ?????????????????????????????

29/01/2021
28/01/2021

Dubistu male bira hin darbin
Seanaa bayye garaa nama nyaatudha bayyen gadde
Uuuufffff dubbachuf nama rakisa egaa jalala jechuun bayye nama midhu dandaa
Jollee laman takkatu ture bayye wal jalatu garuu bayye wal shakku ahhh ani garuu ka jedhuu namni wal jaalate tokko maaf wal shakku laata?
Ija dura wal dhabuu hin dandan
Inni jolledha isheen imoo isa dura gaa,ila rawwate turte akkuma rawateen ilmo 2 desse
Jirti garuu walin turuu hin dandenye achii akkuma baaten
Isa booda jalachuu egalte
Wagga 5nif osoo addan hin ba,iin akkum abba manaa isheetti wajjin jiaracha turte hamma isaa waliin jirattu kana hunda nikaa abba manaa isii kan duraa oso ofirra hin hikin wagga 5 turte haluma kanan osoo jiraacha jirani wagga 6 guutani jiru
Isa boodaa kanan imma akkana jettin
Ani si male jirachu hin danda,u an hin shakin yoo na shakkite si jecha abban mana ko sin galfadha nan jecha ka ture ani naman jaladhun qaba jedhee yeroo meeqa debisen jira na amani carra ko kan biraale siif jedhen dhabe jetten inis ok jedhe amanu egale isin isinis si male dirri bira naf hin dhalanne jettin inni ishi aniis akkasuma bayye jalachu egale
Ishee male shamaran bira hin beeku
Jalalli isanis bayyee jabaacha dhufe
Guyyan guyyan jiyni ji,an dema wagga tokko guute
Garuu hun milkofnef hamileen
Isa daran bayye anumti bayyen gadde
Kuta 2ffa itti fufa
P koo shere like gochu hin dagatina naggayyan na egaaa han gasittu nagatti

Address

Hirna

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jaalalli siif maali posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Jaalalli siif maali:

Share