Romantic last king

Romantic last king Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Romantic last king, College & University, Hirna.

29/04/2023

Shamarran yeroo deemtaan maaf menneq
Menneq jetuu🤧🤢

08/10/2022

Nama jaalalatii qabdee daawwan iishi maalii yoo janne nutii dheerataa 🥰🥰

Bilxiginnaa Jechuun Akkana
28/07/2022

Bilxiginnaa Jechuun Akkana

Dhugaan kee mul'achuuf wixirfataa jira!Dhiigni kee qulqulluun dhangalaasan:Turee Impaayera diigaTuree  jara wal nyaachis...
23/07/2022

Dhugaan kee mul'achuuf wixirfataa jira!

Dhiigni kee qulqulluun dhangalaasan:
Turee Impaayera diiga
Turee jara wal nyaachisa
Dhugaa kees ofumaaf baasu
Gumaa kee ammoo Oromootu baasa.

Wal Argaan Teenya Handhuura finfinne Oromia Haa taatu!Jajjabee koo Wajjiin Nagayaan bulaa ♥️
12/07/2022

Wal Argaan Teenya Handhuura finfinne Oromia Haa taatu!
Jajjabee koo Wajjiin Nagayaan bulaa ♥️

Address

Hirna

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Romantic last king posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share