Jamal jafar

Jamal jafar Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jamal jafar, College & University, Ijaalola, Hirna.

08/06/2026
06/12/2025
25/10/2025

Kaadaastarii jechuun maal jechuudha?
================================
Kaadaastara jechuun sirna odeeffannoo qabiyyeen lafaa ittiin bulfamu yoo ta’u odeeffannoon kunis gosa lama of keessaa qaba:

1. Odeeffannoo kaartaa (spatial data) kan jedhamu yemmuu ta’u bakka lafti tokko itti argamu (iddoo addaa ykn kallattiin eessa akka ta’e, daangaa fi bal’ina isaa, boca/daanaa isaa, lafoota ollaa fi karaalee daangessan kan ibsudha

2, Inni 2ffaan odeeffannoo ibsa kaartaa hintaane ykn waa’ee abbaa qabiyyee fi mirgaa fi dirqama isaa daataa ibsu (non spatial data) jedhamu yoo ta’u maqaa fi iddoo abbaa qabiyyee, saala, haala fuudhaa heerumaa, mirga abbichi laficha irraa qabu, dirqamaa fi dhoorkii irra jiru, sadarkaa iddichaa fi gosa tajaajila eeyyamameef tokko tokkoon kutaa odeeffannoo ykn daataa ibsudha.
walqabatee
Odeeffannoowwan olitti ibsaman kun hundi koodii adda addaan walitti hidhamanii bulfamus

Gama biraan kaadastarri gosa gurguddoo sadii kan qabu yemmuu ta’u isaanis; kaadastara seerawaa, kaadastara faayinaansii fi, kaadastara hunda-galeessa jedhamu.

1. Kaadaastarii seerawaa (Legal Cadastre) kan jedhamu odeeffannoo daangaa seeraa, mirga fi dirqama abbaa lafaa agarsiisu dha. Odeeffannoon kun kaartaa qabiyyichaa waliin walitti hidhamuun, eenyutu lafa qaba, akkamiin itti fayyadama, fi mirgi isaa maal akka ta’e mirkaneessuuf oola.

2. Kaadaastarii Faayidaa sii (Fiscal Cadastre) kan jedhamu yoo ta’u odeeffannoo faayinaansii fi gibiraa qabiyyichaan walqabatee jiru; fkn qabeenya lafa irratti argamu, gatii lafa yeroo ammaa fi odeeffannoo gibiraa lafaaf oolu of keessaa qaba.

3. Kaadastara hundagaleessa (Multipurpose Cadastre) kan jedhamu immoo gosa kaadastara lamaan (seerawaa fi faayinaansii) olitti ibsaman walitti fiduun dabalataan odeeffannoo misoomaa, eegumsa naannoo fi kaarta dabalata of keessaa qaba.

25/04/2025

371 Followers, 3827 Following, 0 Likes - Watch awesome short videos created by nejat junedi

Address

Ijaalola
Hirna

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jamal jafar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Jamal jafar:

Share