07/07/2022
Eebbifamtonni baga gammaddan❗❗
Guyyaa har’aa 30/10/2014 Kolleejjiin Poolii Teekinika Hoolataa barattoota barsiisaa ture eebbisisee.
Eebba kanarrattis kaantiibaa Magaalcichaa dabalatee keessummonnii gara garaaf maatiin eebbifamtoota argamuun haala hawwatuun geggeeffameera.
Irra deebin baga gammaddan.❗❗