Mohammed Abatamam Abagero

Mohammed Abatamam Abagero Jijjiramaaf hoojjenna

Har’a humna qabaachuu dandeessa, garuu yaadadhu yeroon hunda caalaa humna qabeessaNamni ija qabu suuraa kanarraa waan ba...
07/04/2025

Har’a humna qabaachuu dandeessa,
garuu yaadadhu yeroon hunda caalaa humna qabeessa

Namni ija qabu suuraa kanarraa waan baay'ee barata

Ni duuna!. Qabrii teenyarrattis margi ni meeyra, san booda wanni hundi ni dhumata!.💔

Warraaqsi diinagdee Oromiyaa keessatti eegalame milkaa'ina guddaa galmeessaa jira.Oromiyaan Ithiyoophiyaa keessatti akka...
07/04/2025

Warraaqsi diinagdee Oromiyaa keessatti eegalame milkaa'ina guddaa galmeessaa jira.

Oromiyaan Ithiyoophiyaa keessatti akka wiirtuu dugdaa diinagdeetti tajaajilaa jirti.

Waraaqsa diinagdee Oromiyaa keessatti daran milkeessuuf mootummaan Naannoo Oromiyaa cimanaan hojjechaa jiraachuun isaa ifoomse.

20/03/2025
15/03/2025

I Think a ''ሰደቃ'' without a camera is a real one.

Leeylatulqadrii Qunnamtee Keeyrii Waggaa 83 Milkaa'uu Carraa Kee Rabbin Haa Godhu!🤲
14/03/2025

Leeylatulqadrii Qunnamtee Keeyrii Waggaa 83 Milkaa'uu Carraa Kee Rabbin Haa Godhu!🤲

02/03/2025

Warra qaamaaf-qalbiin soomu nu haa godhu

Address

Akkoo
Jimma
KENENI

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohammed Abatamam Abagero posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Mohammed Abatamam Abagero:

Share