Furumani Qalin Qaliti Jiraa

Furumani Qalin Qaliti Jiraa Instag

26/11/2022

Pirezidantiin duraanii Naajeeriyaa Oluseeguun Obaasaanjoofi Ittaantuun Pirezidantii duraanii Afrikaa Kibbaa Fumzile Mlambo-Ngcuka aanga’oota TPLF waliin marii taasisuuf har'a Sadaasa 24, 2022 magaalaa guddoo naannoo Tigraay Maqalee galan.
Wayita isaan Maqalee qaqqabanittis, dura-ta'aa TPLF Dabretsihon Gabremikaa'el dabalatee aanga'oonni naannichaa simataniiru.
Guutummaa odeessa kanaa dubbifadhaa👇👇
https://bbc.in/3AGhb1C

15/11/2022
17/10/2022

Goolii Mo Saalaa Liiverpuul Siitii ittiin mo'ate, Arsenaal dursuu itti fufuufi Maadiriid Baarsaa mo'achuu
************
Taphoota Piriimer Liigii Ingilizii hanga La Liga Ispeenitti dhuma-torbee darbe kana (Onkoloolessa 15-16, 2022) taateewwan mudatan gariin diraamaa fakkaatu.

Piriimer Liigii Ingiliiz keessaa taphoonni Liiverpuul Maanchester Siitii waliin taphatan, kan Maanchester Yunaayitid ammoo Niiwu Kasil waliin taasisan, akkasumas Liigicha dursaa kan jiru Arsenaal Liids Yunaayitid taasise warra eegamaa turan; akkuma eegamanis tapha qalbii daawwattootaas hawwataniiru.

La Liga warra Ispeen keessaa ammoo kilaboonni yeroo hunda masaanuu waliif ta'an Riyaal Maadiriidiifi Baarseloonaan walitti dhufaniiru.

Taphani Dilbata dirree isaa Anfiild irratti Liiverpuul Maanchester Siitii simate morkii akkaan cimaa ture.

👉🏾👉🏾: https://bbc.in/3SnPVeF

17/10/2022

Kaarim Beenzemaan badhaasa Ballon dOr bara 2022 mo’ate

15/10/2022
12/09/2022

Humnoonni Tigraay waraana dhaabuun Gamtaa Afrikaa jalatti mari'achuuf qophii ta'uu ibsan

Ibsa baasaniin waliigaltee dhukaasa dhaabuu atattamaaf qophii ta'uu akkasumas gaaddisa Gamtaa Afrikaa jalatti mari'achuuf qophaa'uu ibsan.

Waamichi kuni lola irra deebiin hammaate giddu dhagahame. Maal fa'i jedhan?
↪️ https://bbc.in/3QEh2kq

05/09/2022

Here are the Gunners’ next five Premier League fixtures as they look to bounce back from defeat. 👇

Address

Agaro
Jimma
MUN

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Furumani Qalin Qaliti Jiraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Furumani Qalin Qaliti Jiraa:

Share