Dhaabbata BLTO Aanaa maanna

Dhaabbata BLTO Aanaa maanna Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dhaabbata BLTO Aanaa maanna, College & University, Jimma.

01/12/2020
leenjistootni dhaabbata BLTO aanaa maannaa qophi dursaa kutaa leenji mijeessun qopheessan!!! kottaa oogumma fudhadhaa!!!
20/10/2020

leenjistootni dhaabbata BLTO aanaa maannaa qophi dursaa kutaa leenji mijeessun qopheessan!!! kottaa oogumma fudhadhaa!!!

19/10/2020

Dhaabbatni BLTO aanaa maanna oogumma gosa adda addatin hawaasa aanichaatif leenjji kennaa turun isaa ni beekama bara hojii haara 2013 kanattis leenji gaggabaabo fi leevelidhan leenji Oogumma garaagaraatin kennuf galmee waan eegala jiruf dhuftani akka galmooftan isinin jennaa share fi like gochun walin ga´aa teesson aanaa maannaa magaala yabbu buufata fayya irraa meetira 50.

Omisha maski/haguuggi afaanifi funyaani dhibe covid 19 ittisuf lenjistoota BLTO aanaa maannatin omishun hawaasa anichaf ...
14/10/2020

Omisha maski/haguuggi afaanifi funyaani dhibe covid 19 ittisuf lenjistoota BLTO aanaa maannatin omishun hawaasa anichaf tajaajilu.

Address

Jimma

Telephone

+251472260136

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhaabbata BLTO Aanaa maanna posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share