Open 2020 college

Open 2020 college 2020 0pen college branch of amhara region kamise city

Bara Dhuftuun Nu haa Ga'u!
06/10/2024

Bara Dhuftuun Nu haa Ga'u!

********Baga gammaddan*********Barattoonnii fi jaallattoonni koolleejjii keessan koolleejjii 2020 opiin damee kamisee! B...
12/02/2022

********Baga gammaddan*********
Barattoonnii fi jaallattoonni koolleejjii keessan koolleejjii 2020 opiin damee kamisee!
Beekkamtii isaa bara shaniif kan turu ministeera barnootaa irraa argachuun galmee itti fufee jira!
Koottaa kolleejjii keessanitti baradhaa!

Barattoonni kolleejjii opiin 2020tti barnoota fagoo hordofaa jirtan liinkii kana fayyadamuun teelegraamii keenya irraa  ...
20/10/2021

Barattoonni kolleejjii opiin 2020tti barnoota fagoo hordofaa jirtan liinkii kana fayyadamuun teelegraamii keenya irraa argachuu dandeessu!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Kolleejjii 2020 oppiin (kaampaasii kamisee) 2020 ኦፕን ኮሌጅ (ከሚሴ ኮምፓስ)

23/01/2021

Qormaanni gaafa 29/05/2013 ta'uu isin beeksifna.
Kolleejjii 2020 opiin damee Kamise!

25/10/2020

Barattoota kolleejjii 2020 opiin damee kamisee hundaaf.
፴ # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # #፴
Qormaanni kan kennamu onkoloolessa 28/2013 waan ta'eef qormaataf yeroo dhuftan maaskii afaaniif funyaanii godhachuun dirqama ta'uu isin hubachiisna!

jijjiirraa bakkaa!አድራሻ ለውጥ!kolleejjiin keessan kolleejjiin 2020 opiin! kaampaasiin kamisee biiroo waan jijjiirreef, taja...
11/08/2020

jijjiirraa bakkaa!
አድራሻ ለውጥ!
kolleejjiin keessan kolleejjiin 2020 opiin! kaampaasiin kamisee biiroo waan jijjiirreef, tajaajilamuuf yoo dhuftan kamisee gamoo masjiida guddaa (riiftivaalii yuunveristii
fuulduratti argamna!
---------------------------------------------------------
2020 ኦፒን ኮሌጅ
ከሚሴ ካምፓስ
አድራሻ ለውጥ ስላደረግን ልትገለገሉ ስትመጡ አድራሻችን ከሚሴ ትልቁ መስጂድ ሂንፃ ላይ(riftvally unveristy)ፍትለፊት እንገኛለን፡፡

24/05/2020

በኢትዮጵያ በአንድ ቀን ብቻ 88 ሰዎች የኮሮና ቫይረስ ተገኘባቸው

አዲስ አበባ፣ ግንቦት 16፣ 2012 (ኤፍ.ቢ.ሲ) ባለፉት 24 ሰዓታት ውስጥ በተደረገ የ4 ሺህ 48 የላብራቶሪ ምርመራ 88 ሰዎች የኮሮና ቫይረስ እንደተገኘባቸው የጤና ሚኒስቴር አስታወቀ።

በዚህም በአጠቃላይ በኢትዮጵያ ቫይረሱ በምርመራ የተገኘባቸው ሰዎች ቁጥር 582 መድረሱን የጤና ሚኒስትር ዶክተር ሊያ ታደሰ ዛሬ ባወጡት ሪፖርት አስታውቀዋል።

ባለፉት 24 ሰዓት ውስጥ ቫይረሱ በምርመራ የተገኘባቸው ሁሉም ኢትዮጵያውያን ሲሆኑ፥ እድሜያቸው ከ8 እስከ 75 ዓመት የሆኑ 51 ወንዶችና 37 ሴት ናቸው።

ቫይረሱ ከተገኘባቸው ሰዎች መካከል 55 ሰዎች ደግሞ የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ እና በበሽታው ከተያዘ ሰው ጋር ግንኙነት የሌላቸው፣ 13 ሰዎች የውጭ የጉዞ ታሪክ ያላቸው እንምዲሁም 20 ሰዎች በበሽታው ከተያዘ ሰዎች ጋር ግንኙነት ያላቸው መሆኑን አስታውቀዋል።

በዚህም ቫይረሱ በምርመራ ከተገኘባቸው ሰዎች ውስጥ 73 ሰዎች ከአዲስ አበባ ሲሆኑ፥ ከእነዚህም መካከል 50 ሰዎች የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ እና በበሽታው ከተያዘ ሰው ጋር ግንኙነት የሌላቸው፣ 19 ሰዎች በበሽታው ከተያዘ ሰው ጋር ግንኙነት ያላቸው እንዲሁም 1 ሰው ደግሞ የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ ያላቸው ናቸው።

8 ሰዎች ከትግራይ ክልል (ሁሉም የውጭ ሀገር የጉዞ ታሪክ ያላቸው)፣ 4 ሰዎች ከኦሮሚያ ክልል (2 ሰዎች የውጭ የጉዞ ታሪክ ያላቸው እና 2 ሰዎች ደግሞ የጉዞ ታሪክ እና በበሽታው ከተያዘ ሰው ጋር ግንኙነት የሌላቸው፤ ነዋሪነታቸው አምቦ፣ ቡራዩ፣ ሰንዳፋ እና ሞጀኖ ከተሞች)፣ 1 ሰው በሀረሪ ክልል ክልል (በበሽታው ከተያዘ ሰው ጋር ግንኙነት ያላት) እንዲሁም 2 ሰዎች የውጭ የጉዞ ታሪክ ያላቸውና የድንበር ተሻጋሪ መኪና አሽከርካሪዎች መሆናቸውን ዶክተር ሊያ ገልፀዋል።

በሌላ በኩል በትናንትናው እለት 1 ሰው ከኦሮሚያ ክልል ቫይረሱ ያገገመ ሲሆን፥ በአጠቃላይ ከቫይረሱ ያገገሙ ሰዎች ቁጥር 152 መድረሱንም አስታውቀዋል።

በ24 ሰዓታት ውስጥ የተደረጉ የላቦራቶሪ ምርመራ ናሙናዎቹ ከተለያዩ ይበልጥ ተጋላጭ ከሆኑ የማህበረሰብ ክፍሎች፣ ከጤና ተቋማት፣ በቫይረሱ ከተያዘ ሰው ጋር የቅርብ ንክኪ ካላቸው ሰዎች እንዲሁም በአስገዳጅ ለይቶ ማቆያ ውስጥ ካሉ ሰዎች ተወድስ የተከናወነ መሆኑንም አስታውቀዋል።

ከቫይረሱ ጋር በተያያዘ እስካሁን ለ81 ሺህ 10 ሰዎች ምርመራ የተደረገ ሲሆን፥ በአጠቃላይ በኢትዮጵያ ቫይረሱ በምርመራ የተገኘባቸው ሰዎች ቁጥር 582 ደርሷል።

አሁን ላይ 423 ሰዎች በህክምና ላይ ሲሆኑ፥ እስካሁንም 152 ሰዎች ከቫይረሱ አገግመዋል፤ የ5 ሰዎች ህይወት ሲያልፍ፤ 2 ሰዎች ወደ ሀገራቸው ጃፓን መመለሳቸው ይታወሳል።



የዜና ሰዓት ሳይጠብቁ የፋና ብሮድካስቲንግ ኮርፖሬትን ትኩስ እና ሰበር ዜናዎችን በፍጥነት በአጭር የፅሁፍ መልዕክት መልክ በስልክዎ ላይ እንዲደርስዎ ወደ 8111 OK ብለው ይላኩ።

Barattoonni kolleejjii 2020 oppiin kaampaasii kamiseetti barnoota fagoo hordofaa jirtan   odeeffannoo wayitawaa dhimma b...
23/05/2020

Barattoonni kolleejjii 2020 oppiin kaampaasii kamiseetti barnoota fagoo hordofaa jirtan odeeffannoo wayitawaa dhimma barnoota keessaniin wal qabate kaampaasicha irraa argachuuf fuula teelegraamii keenya link gaditti argamu cuqaastanii (join) gochuun hordofaa!!

https://t.me/opencollegekamese
:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
በ2020 ኦፕን ኮሌጅ የርቀት ትምህርት የምትከታተሉ ተማሪዎች ከካምፓሱ የሚተላለፉ አዳዲስ መረጃ ለማግኘት ከታች ያስቀመጥነው የtelegram ገፃችን join በማድረግ ይከታተሉ፡፡

https://t.me/opencollegekamese

19/05/2020
 2020 college kamise branch@%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%                BEEKSISABarattoonni keenya qormaanni tarmii kanaa gaafa...
28/03/2020

2020 college kamise branch@
%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%

BEEKSISA
Barattoonni keenya qormaanni tarmii kanaa gaafa 03/08/12 akka qoramtan yaadamee ture. Haa ta'u malee rakkoo addunyaan itti jirtu kanaafuu(tamsa'ina dhukkuba koronaaf) sababa ta'uu waan danda'uuf guyyaan qormaataa guyyaa hin beekamnetti darbuu isin hubachiisna

Biyya keenyaaf nagaa jechaa
dhukkuba koronaa jalaa rabbi isin haa dhoksu!!!

nagaa wajjin.

30/11/2019

2020 college kamise branch@
%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%

BEEKSISA

Barattoota keenya hundaaf

Qormaanni tarmii kanaa sadaasa 27/ 2012 ta'uu beektanii barattoonni tarmii 1-9 qoramtan hundi guyyaa jedhamtan kana ganama sa'aatii 2:00 irratti magaala kamisee mooraa mana barumsa sadaasa 29 keessatti argamuun akka qoramtan isin beeksifna.

Hub. Waraqaa eenyummaa qabachuu fi kaffaltii koorsii kanfaluun dirqama barataati.

Nagaa wajjin
Reejistiraara damee kamisee!

Address

Kemise

Telephone

+251932356455

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Open 2020 college posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share