Mirga Barsiisoota Aanaa Kombolchaa.

Mirga Barsiisoota Aanaa Kombolchaa. Teacher

06/04/2022

Yaa barsiisota aanaa kanaa,nuti kan ammaan dura murame haa nuuf deebi'uuf olii gad fiigaa jirra.amma ejjennoon bulchiinsa aanaa keenyaa kan ammaan duraatiimii kan fuula duraatuu nimurama waan jedhan fakkaata.guyyaa arraa mindaan ji'a 7ffaa murame kaffaluuf authorization godhuu qofti kan hafe bulchaan aanaa keenyaa dhoorke.kanaafuu mindaan isin eeggachaa jirtan kaffalamuuf hin deemu hin eeggatinaa.

04/04/2022

Akka guutuu Oromiyaatti baatiiwwan darban keessa sababa deeggarsa RIB tiif mindaa barsiisotaa irraa kutaa turuun isaa ni yaadatama.haata'uu malee yeroo ammaa kana RIB if dandeenyee jirraa jechuu isaaniitiin wal qabatee aanotni baay'een mindaa barsiisotaa 100% kafalee jira.garuu MWD/aanaa Kombolchaa ammas mindaa ji'a 7ffaa mure hin kafalle.kanaafuu barsiisotni aanaa kanaa hundi ejjannoo walfakkaataadhaan waajjirri kun mindaa murame akka nuuf deebisu kabajaan isaan gaafanna.

Address

Kombolcha

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mirga Barsiisoota Aanaa Kombolchaa. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Mirga Barsiisoota Aanaa Kombolchaa.:

Share