22/07/2025
Hammattoo Bu'uuraalee Qulqullina Barnootaa (Education Quality Foundation Framework) Irratti Qabnuu 'isuu_Qabna.
----------------------
Biiroon Barnootaa Oromiyaa Qulqullina Barnootaa mirkaneessuuf hoggansa, ogeeyyii barnootaafi barsiisotaaf 'uuraalee_Qulqullina_Barnootaa irratti dabareen leenjisuun hanga manneen barnootaatti caasaa gad diriirsuun ni yaadatama.
Bu'uuraaleen Qulqullina Barnootaa kan jedhaman 4 yoo ta'an, afranuu kan qabanis daran cimaa ta'uurraa kan ka'e wal deeggaranii kanneen dhaabbataniidha , isaanis;
/Galtee (Input)
(Proccess)
Bu'aa (Output)
Deeggarsa (Follow Up & Support)
Ciicata :- Ciicata jalatti kanneen irratti hojjatamuu qaban:
Barnootaaf Qophaa'aa ta'e,
gahumsa qabu,
barnootaa gahumsa irratti hundaa'ee(competency based curriculum) qophaa'e
Barnootaa istaandardii guutan,
gahumsa qabuufi
MB, humna namaa gahaa qabuufi galii keessoo gahaa qaban waan ta'aniif dhimmoota kanneeniifi kkf guuttachuu hoggansiifi ogeessi barnootaa hunduu xiyyeeffannoon irratti hojjachuu qabu.
:- Bu'uurri lammaffaan adeemsa yoo ta'u, adeemsi baruu-barsiisuu ciicata argaman kanneen haalaan itti fayyadamuuf
baruu- barsiisuu gahumsa irratti hundaa'een(competency based methodology) fayyadamuu,
fudhattoota barnootaa; maatii barattootaa, hawaasa, qaamolee mootummaafi GTB hirmaachisuu,
daree- barataa adeemsa baruu- barsiisuuf mijataa ta'e uumuun qulqullina barnootaa mirkaneessuuf daandii sirrii agarsiisuu ta'a.
'aa:- Bu'uurri 3ffaan bu'aa yoo ta'u,
, Barreessuufi Shallaguu barattootaa irratti hojjachuun gahumsa uumeefi
kutaa, Naannoonoofi Biyyoolessaa irratti argaman, bu'aa yeroo gabaabaafi dheeraatiin adda baasuu irratti hojjachuudha
:- Utubaan 4ffaan hordoffiifi deeggarsa yoo ta'u,
sadarkaa bu'aa