Waajjira Bulchiinsaa Aanaa Hamballaa Waamannaa

Waajjira Bulchiinsaa Aanaa Hamballaa Waamannaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Bulchiinsaa Aanaa Hamballaa Waamannaa, College & University, Melka Oda.

29/10/2021
Hamballaa Waamannaa
13/06/2021

Hamballaa Waamannaa

Iddoon Badhaasni Kun Itti Kenname Magaalaa Shaashamanneetti.  Gujii Lixaa Aanaa Hamballaa Waamannaatti Hojiin Inshuraans...
13/06/2021

Iddoon Badhaasni Kun Itti Kenname Magaalaa Shaashamanneetti.
Gujii Lixaa Aanaa Hamballaa Waamannaatti Hojiin Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa Hojjetamaa Jiru Badhaasa Waancaa Fideera.
Gaggeessaaf Uummanni Hamballaa Akkasuma Hojii Kana Galmaan Ga,uuf Hojjettoonni Seektera Fayyaa xaarii Guddaa Xaartan Baga Gammaddan

Gujii Lixaa Aanaa Hamballaa Waamannaatti Sirni Eebba Piroojeectii Baajata Mootummaatiif Hirmaannaa Uummataatiin Ijaarram...
12/06/2021

Gujii Lixaa Aanaa Hamballaa Waamannaatti Sirni Eebba Piroojeectii Baajata Mootummaatiif Hirmaannaa Uummataatiin Ijaarraman Bifa Adda Ta,een ooleera. Caamsaa 5/09/2013

Uummanni Qaroome Waan Ajaa,ibaa Hojjeta. Gujii Lixaa Aanaa Hamballaa  Waamannaati Uummanni Aanichaa Ofii Keenyaan Of Dan...
01/06/2021

Uummanni Qaroome Waan Ajaa,ibaa Hojjeta. Gujii Lixaa Aanaa Hamballaa Waamannaati Uummanni Aanichaa Ofii Keenyaan Of Dandeenya Jechuudhaan Baasiif Baajata Mootummaan Osoo Hin Eegitan Waajjira Paartii Badhaadhinnaa Aanichaa Bifa Kana Fakkaatuun Ijaaranii Jiru.
Miseensummaan Bu,aa wajjiin

Gujii Lixaa Aanaa Hamballaa Waamannaati Hojiin Gama Qonnaatiin Hojjetamaa Jiru Ajaa,iba Ta,eeti Kan Mul,ataa Jiru. Gando...
01/06/2021

Gujii Lixaa Aanaa Hamballaa Waamannaati Hojiin Gama Qonnaatiin Hojjetamaa Jiru Ajaa,iba Ta,eeti Kan Mul,ataa Jiru. Gandoota Baay,ee Keessatti Bifa Armaan Gadii Kanaan Hojiilee Piroojeectota Garaa Garaatiin Hojjetamaa Jiran Kana Fakkaatta.

Humni Dhugaa Itiyoophiyaan qabdu Kan Dadhabsiisuu Miti.
01/06/2021

Humni Dhugaa Itiyoophiyaan qabdu Kan Dadhabsiisuu Miti.

Abbchuuf Badhaadhinna Filachuun Tokkummaa, nageenyaaf jaalala Filachuudha.
28/05/2021

Abbchuuf Badhaadhinna Filachuun Tokkummaa, nageenyaaf jaalala Filachuudha.

Hojii Ashaaraa Magariisaa Akka Biyyaatti Jalqabame Ni Xumuurra.   Itiyoophiyaa Badhaate Ijaaruun Gara Addunyaa Jaalalaaf...
27/05/2021

Hojii Ashaaraa Magariisaa Akka Biyyaatti Jalqabame Ni Xumuurra.
Itiyoophiyaa Badhaate Ijaaruun Gara Addunyaa Jaalalaaf Tokkummaati Ni Ceesifna.
Ashaaraa Magariisaa
Seenaa Isa Borii
Kan Ittiin ibsan
BADHAADHINNA

Bunni Hamballaa sadarkaa Addunyaatti laa beekkame.   Hambela wamena coffe yoo Jette ni Argatta.        HAMBELA WAMENA KO...
26/05/2021

Bunni Hamballaa sadarkaa Addunyaatti laa beekkame.
Hambela wamena coffe yoo Jette ni Argatta.
HAMBELA WAMENA KOFFE Eksport

Address

Melka Oda

Telephone

+251916900403

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Bulchiinsaa Aanaa Hamballaa Waamannaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Waajjira Bulchiinsaa Aanaa Hamballaa Waamannaa:

Share