𝗞𝗮𝗺𝘂𝘀 𝗔𝗯𝗿𝗮𝗵𝗶𝗺.𝗔𝗯𝗱𝗶

𝗞𝗮𝗺𝘂𝘀 𝗔𝗯𝗿𝗮𝗵𝗶𝗺.𝗔𝗯𝗱𝗶 Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from 𝗞𝗮𝗺𝘂𝘀 𝗔𝗯𝗿𝗮𝗵𝗶𝗺.𝗔𝗯𝗱𝗶, College & University, Mesela.

01/06/2025

👇
Jechoota Luba Dr. Gammachiis Dinqisiisoo Keessaa Muraasa! •
•••

1. Sammuu tokko isa siif kennameen utuu hin hojjetin, sammuu nama shanii naaf kenni jettee Waaqayyoon hin kadhatin!

2. Yoo sooromte tola nyaatta, yoo hiyyeessa taate bittee nyaatta.

3. Yeroo tokkummaa ijaartu harka mirgaan ijaaraa harka bitaan hin diigin!

4. Hiyyeessatu sooressa affeere jechuun abbaa dammaa damma afaan kaa'udha.

5. Mana amantaa keessa yeroo teessu mataa buustee hin taa'in, hirkadhuu ameen/amiiin/leel! jedhi!

6. Onesimos si'a saddeet yeroo gurgurame lafa itti gurgurame jibbe miti Garbummaa jibbe malee.

6. Yeroo hojjettu akka nama waggaa kuma tokko lafa kana irra jiraatuutti hamma dafqi adiin si keessaa ba'utti hojjedhu! Yeroo jiraattu akka nama bor addunyaa kana gadi dhiisee deemuutti of eeggannoon jiraadhu!

7. Waan ati hojjetu baay'ee akka siif guddatu yoo barbaaddeef diinota kee xiqqeessii firoota kee baay'isi!

🫴 Waan dubbistaanif galatoma 🙏

26/08/2024

Address

Mesela

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when 𝗞𝗮𝗺𝘂𝘀 𝗔𝗯𝗿𝗮𝗵𝗶𝗺.𝗔𝗯𝗱𝗶 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to 𝗞𝗮𝗺𝘂𝘀 𝗔𝗯𝗿𝗮𝗵𝗶𝗺.𝗔𝗯𝗱𝗶:

Share