15/11/2021
Hordoftoota fuulbarruu keenyaa;odeeffannoon mana barnootaa magaalaa aanaa jiru tokko nu qaqqabetti manni barnootaa kunis "mana barumsaa sadarkaa 2ffaa kaarl Heenz Boom godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Sal'ee Noonnoo magaalaa Aanichaa kan taate Magaalaa Birbirsaatti hanqinni barsiisotaa mul'achuun barattoota irratti miidhaan karaa barumsaa daran itti hammaachuu isaa qaamolee tokko tokko irraa mirkaneeffanneerra.kanaaf qaamni dhimmi ilaallatu hundi deeggarsa barbaachisu taasisuun miidhaa karaa barumsaa barattoota keenya irra gahu akka hambisuuf kabajaa fi jaalala guddaadhaan gaafanna.
"SAGALEE BARATTOOTAA LIKE,SHARE,FOLLOW GOCHUUN NU HORDOFAA!!!"