Jamaludin

Jamaludin Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jamaludin, College & University, Nazareth.

28/10/2022

🇪🇹🇪🇹 🥰🥰🥰💗💗💗koo

IN THE NAME OF ALLAH P.B.U.H PROPHET MUHAMMAD IN SHA ALLAH
28/10/2022

IN THE NAME OF ALLAH
P.B.U.H PROPHET MUHAMMAD
IN SHA ALLAH

ADHAN .ALLAHU AKBAR ALLAH IS THE MANIFEST. P.B.U.H PROPHET MUHAMMAD NO GOD EXCEPT ALLAH LA ILLAH ILLALLAHASTAGHFIRULLAH ...
09/10/2022

ADHAN .
ALLAHU AKBAR
ALLAH IS THE MANIFEST.
P.B.U.H PROPHET MUHAMMAD
NO GOD EXCEPT ALLAH
LA ILLAH ILLALLAH
ASTAGHFIRULLAH
IN SHA ALLAH
We are FUTURE IS BRIGHT IN SHA ALLAH

QUR'AN IS THE MIRACLE OF ALL MIRACLE .
07/10/2022

QUR'AN IS THE MIRACLE OF ALL MIRACLE .

07/10/2022

Irra Caalaan Guyyoota Torbaanii Kam Akka Tahe Beeytaa ?
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

• Rabbiin keenya Subhaanahuu Wata’aalaa torbaan keessa Guyyaa 7 uumee Guyyoota San keessaa Guyyaa Jumu’aa irra caalchise.

• Rasuulli Rabbii Sallallaahu Aleeyhi Wasallam “irra caalaan guyyaa aduun keessa baatee Guyyaa Jumu’aati, Guyyaa kana keessa Abbaan keenya Aadam Uumame, guyyuma Kana keessa Jannata see si Fame, Guyyuma kana keessa ammaas Jannata keesaa baafame. Guyyaan Qiyaamaatiis Guyyuma kana keessa tahuuf taa’a” jechuun nuuf himan.

• Sadarkaa Guyyaa kanaatiif Suuraan Qur’aanaa takka Suuratul Jumu’aa jechuun yaamamte.

• Guyyaan Jumu’aa Sayyida Guyyaati. Guyyaa kana keessa muslimni torbaan guutuu wal hin arkin Masjiida Rabbiitti walitti qabamee Salaata Jumu’aa wajjiin salaatee gammada. Ammallee Guyyaan Jumu’aa iidaa torbaanii kan Ummata Muslimaati.

• Guyya Jumu’aa kana keessa Yeroo Takka tan Gabrichi isii keessa Du’aa’ii godhate waan kadhate Rabbirraa arkatuutu jira Yoo haraam taate malee.

• Obboleeyyam Islaamaa walumaa galatti Guyyaan Jumu’aa sadarkaalee Gurguddoo asii olitti dubbanne Kanaaf ammallee kanneeen hafan hedduudha Qaba, Kanaaf Guyyaa kana keessa akkaan Rabbitti dhihaannee kheeyrii haa oomishannuu.

• Nuti hundi haajaa qabnaa guyyaa kana keessa ibaadaa, salaata, zikrii, Du’aa’ii, sadaqaa, fii akkasuma ibaadaalee biraa heddummeessuun kheeyrii guyyaan Kun Qabu irraa qooda haa fudhannuu.

• Rabbiin Warra Guyyaa kana keessa isa kadhatee milkaawe Irraa Nu Haa Taasisuu. Rabbiin yaadaa fii muraada keenya hunda nuuf haa guutuu.

Obboleeyyan kiyya barreeffama kana dubbisaatii Share Waliif Godhaa.

Galatoomaa : Jazaakumullaahu Kheeyran

By: Ibsaa Dhugaa

https://www.facebook.com/profile.php?id=100079009500149

07/10/2022
LA ILLAH ILLALLAH ANNA MUHAMMAD RASUALLAH S.A.W S.A.W ALLAH IS THE TRUTH. AL MALIK DIN MIND. IN SHA ALLAH AL-AZIZ. NO GO...
07/10/2022

LA ILLAH ILLALLAH
ANNA MUHAMMAD RASUALLAH S.A.W S.A.W
ALLAH IS THE TRUTH.
AL MALIK
DIN MIND.
IN SHA ALLAH
AL-AZIZ.
NO GOD EXCEPT ALLAH.
ALLAH IS ONE .
MUSLIM UNITY IS TOWHED
QUR'AN AND HADITH
IN SHA ALLAH
☝️💙💙💙💙🌙🕌🌃🕋.

ALLAH.
07/10/2022

ALLAH.

P.B.U.H PROPHET MUHAMMAD.
07/10/2022

P.B.U.H PROPHET MUHAMMAD.

25/03/2022

AS WR WB.

Address

Nazareth

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jamaludin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share