Macaafa qulqulluu Afaan Oromootiin

Macaafa qulqulluu Afaan Oromootiin Ayi Armee Oromoo Wallaggaa�

Waaqayyo maatiin si haa badhaasu. Ameen jedhi
30/07/2025

Waaqayyo maatiin si haa badhaasu. Ameen jedhi

Isa yaadde bira gahi.
08/08/2024

Isa yaadde bira gahi.

Waaqayyo gatii dhiiga ilma kee Yesuusiin lubbuu qabeenya kee taatee, namni jallaan akkasitti dhangalaase falmi. Ijaa baa...
11/04/2024

Waaqayyo gatii dhiiga ilma kee Yesuusiin lubbuu qabeenya kee taatee, namni jallaan akkasitti dhangalaase falmi. Ijaa baafadhu.

Namni page kana bitachuu barbaaddan keechaan na dubbisaa.
28/02/2024

Namni page kana bitachuu barbaaddan keechaan na dubbisaa.

Waaqni dhala lakkuu isiniif haa kennu.
20/01/2024

Waaqni dhala lakkuu isiniif haa kennu.

bidden furdaatti bahi.
06/12/2023

bidden furdaatti bahi.

10/06/2023
Abiyyi ahimeb guyyaa harraa biqiktuh dhaabaa oolee. RABBI isaa haa eebbisu
09/06/2023

Abiyyi ahimeb guyyaa harraa biqiktuh dhaabaa oolee. RABBI isaa haa eebbisu

09/06/2023

Harmee Raashfoord

Harmeen taphataa kubbaa miila sarara fuldura manchester united Maarkus Raashfoord waan keessa darbitee yeroo dubbattu akkas jattin: “Yeroo tokko tokko ijoolleen koo harmee nyaata nyaatteettaa? jedhanii yeroo nagaafatan aniis durseen ‘Eeyyeen nyaadheeran jedha ture, garuu waanta nyaatamuyyuu mana keessaa hin qabnu ture. "Ani lubbuun jiraachuuf waanan danda’u hunda gochaan ture ijoolleenkoos akka beelaan narraa hin dhumneef halkanii guyyaan mana namaa hojjataa ture . Amma garuu kunoo rakkinni keenya hundumtuu darbee jira. Ilmikoo Raashfoord mana naaf bitee jira, yeroo tokko tokko kutaa ciisichakoo keessa qofaakoo taa’een boo’a . Ani eessaa akkan tureefi amma eessa akkan jiru yaadeen boo'aa.

Eeyyee dubartiin nama miidhagsiti. Waaqni bareedduu akkasii siif haa kennu. Ameen🙏
07/06/2023

Eeyyee dubartiin nama miidhagsiti. Waaqni bareedduu akkasii siif haa kennu. Ameen🙏

Warri gaa'ela barbaaddan gammadaa! Waaqni bareedduu akkasii harka kee haa buusu.Gaa'elli eebba waaqayyooti. AMEEN jedhi!
03/06/2023

Warri gaa'ela barbaaddan gammadaa! Waaqni bareedduu akkasii harka kee haa buusu.Gaa'elli eebba waaqayyooti. AMEEN jedhi!

Address

Adama
Nazareth
12

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Macaafa qulqulluu Afaan Oromootiin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share