Sidaa Dereje Sor

Sidaa Dereje Sor Sidaa Daraje

03/05/2022

👉 .
Dubbisaa waliif godhaas.
Har'a Waanta keessakoo guute tokkon isiniif qooda.Innis Yeroo tokko tokko Abboonni keenya Yemmuu nama Eebbisan Ilmakoo ykn Intalakoo Nama ta'i jedhanii Eebba Eebbisu.
Nama ta'i jechuun maal jechuudha? Nuti Amma nama mitimoo? Tarii nama ta'i Gaafa namni nuun jedhu gara sammuu keenyaatti dursee waanti dhufu sooromanii Argamuu,doctora ta'uu,Injinerii ta'uu,profeesara ta'uu,Raajii ta'uu,faarfataa ta'uu,paasterii ta'uu,Qeesi ta'uu,Sheekii ta'uu.....kkf tan gara sammuu keenyaatti dhufuu danda'u.Garuu kunis gaarii ta'ee kana ta'uu jechuun garuu nama ta'uu jechuu miti.Doctora ta'uu,pasteri ta'uu, Faarfataa ta'uu......... kan dursu ta'uudha.Fkn Sooressa taatee isa homaa hin qabne rakkataadhaaf hin yaaddu yoo ta'e Ati sooressa malee nama miti.Enjinera taatee waanta sirraa eegamuun nama cina hin dhaabbattu yoo ta'e ati Enjinera malee nama miti. Nama hin taane taanaan Waanti ati qabdu kamuu gatii siif hin qabu.kana jechuu Ofii hin nyaatu namaa hin laatu akka kormaa hin daanqoo isa jedhamu sana jechuudha.
Egaa Namas ofis kan fayyadan nama yoon ta'anidha kanaafuu nama ta'i.
Namni nama ta'e:-
1. Hamaa namaaf hin yaadu
2. Mudaa namaatti quba hin qabu
3. Lubbuu namaa hin baasu
4. Nama hin hamatu
5. Dhiiga namaa hin dhangalaasu
Sababiin isaas nama waan ta'eef gaafa dhukkubbiin namummaa itti dhaga'ama waan ta'eef.
Kanaafuu ta'i.
📷 Samuel Girma

Egaa dhaqaa dhaloota hundumatti wangeela mootummaa waaqayyoo lallabaa.......
21/03/2022

Egaa dhaqaa dhaloota hundumatti wangeela mootummaa waaqayyoo lallabaa.......

Kumaa keessa isaa sii argee kan kiristoos ta'uu kee qofaaf bagaa gammadee
16/03/2022

Kumaa keessa isaa sii argee kan kiristoos ta'uu kee qofaaf bagaa gammadee

Eenyuumman kee Innii dhugaa isa bakkerran mul'atuu osoo hin tanee kisrtoos sii keessan haa mul'aatu
26/02/2022

Eenyuumman kee Innii dhugaa isa bakkerran mul'atuu osoo hin tanee kisrtoos sii keessan haa mul'aatu

21/02/2022

Namni maliif wan darbuu fanaa kataa? kan hin darbin dubbii jireenya isaa ta'ee . Yesuusim Dhisee YESUUS Fanaa uaa bunuu Hundinuu

Qileensii kan siif ajaajjamuu atti Gootaa kooti
21/02/2022

Qileensii kan siif ajaajjamuu atti Gootaa kooti

Bara walaalchisee kan keessa nun gatiin atti gooftaa keenya
15/02/2022

Bara walaalchisee kan keessa nun gatiin atti gooftaa keenya

Address

Nekemt

Telephone

+251952480393

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sidaa Dereje Sor posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share