Fekeda Tadesa

Fekeda Tadesa Oromoo koo

05/05/2022

GALTUUF GANTUUN OROMOO MITI
KALAS

𝑚𝑦 𝑙𝑜𝑣𝑙𝑦 𝑓𝑟𝑖𝑒𝑛𝑑
06/04/2022

𝑚𝑦 𝑙𝑜𝑣𝑙𝑦 𝑓𝑟𝑖𝑒𝑛𝑑

06/04/2022

My LOVE

 #𝙢𝙖𝙖𝙛 𝙣𝙮𝙖𝙖𝙩𝙩𝙚 𝙜𝙖𝙡𝙛𝙖𝙩𝙖 𝙠𝙤𝙤Yommuun harkaa qabuuYaada gaariif sammuu cimaaBarbaacha koo dhufeeKan na waamee simaaGuyyaa gu...
15/12/2021

#𝙢𝙖𝙖𝙛 𝙣𝙮𝙖𝙖𝙩𝙩𝙚 𝙜𝙖𝙡𝙛𝙖𝙩𝙖 𝙠𝙤𝙤

Yommuun harkaa qabuu
Yaada gaariif sammuu cimaa
Barbaacha koo dhufee
Kan na waamee simaa

Guyyaa guyyaan marmaartee
Na firoomfattee ofii kee
Hojii koo gootee na yakkitee
Dhofkattee hojii kee

Akkas naan jettee.............

Kan sirra naaf caaluu
Hin qabu ani firaa
Gaafa rakkoof dhiphuu
Simatuu naaf jiraa

Arraba tolfattee
Yoo roobsituu nadhii
Cooma na nyaachiftee
Na obaasta daadhii

Yeroo ol hasoftuu
Akka bishaan gayyaa
Dubbiin miidhagsitee
Akka nama fayyaa

Har'a yakkaa keetiin
An iyyee caaraanee
Firoomni kee durii
Eessatti goodaanee

𝙟𝙤𝙝𝙖𝙖𝙧 𝙢𝙤𝙝𝙖𝙢𝙢𝙚𝙙 𝙦𝙖𝙖𝙡𝙡𝙞𝙩𝙩𝙞𝙞 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖
𝙥𝙖𝙜𝙚 𝙠𝙞𝙮𝙮𝙖𝙖 𝙛𝙤𝙡𝙡𝙤𝙬 𝙞𝙣𝙫𝙞𝙩𝙚 𝙣𝙖𝙖𝙛 𝙜𝙤𝙙𝙝𝙖𝙖

24/10/2021

Page kana like follow ni gootaa?

22/10/2021

𝙝𝙪𝙗𝙖𝙙𝙝𝙖𝙖

𝙬𝙖𝙖𝙣 𝙣𝙖𝙢𝙖 𝙙𝙝𝙞𝙗𝙪 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙖
𝙨𝙚𝙚𝙭𝙖𝙣𝙣𝙞 𝙪𝙩𝙪𝙪 𝙢𝙖𝙦𝙖𝙖 𝙠𝙚𝙚
𝙗𝙚𝙚𝙠𝙩𝙪𝙪 𝙘𝙪𝙗𝙗𝙪𝙪 𝙠𝙚𝙚𝙩𝙞𝙞𝙣
𝙨𝙞 𝙬𝙖𝙖𝙢𝙩𝙞
𝙬𝙖𝙖𝙦𝙖𝙮𝙮𝙤𝙤 𝙜𝙖𝙧𝙪𝙪...................
𝙪𝙩𝙪𝙪 𝙘𝙪𝙗𝙗𝙪𝙪 𝙠𝙚𝙚 𝙗𝙚𝙚𝙠𝙪𝙪
𝙢𝙖𝙦𝙖𝙖 𝙠𝙚𝙚𝙩𝙞𝙞𝙣 𝙨𝙞 𝙬𝙖𝙖𝙢𝙖

Address

Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fekeda Tadesa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Fekeda Tadesa:

Share