Bøňì BT påğě

Bøňì BT påğě “Dhugaa fi ogummaa, barsiisaa fi hubannaa, argadhu malee hin gurgurin!”
— Fak. 23:23

Waaqayyo wanta ja'a(6) ni jibba, isa torbaffaa immoo ni ciigga'a;  Isaanis kanatti fufanii jiru;1) nama waan guddaatti o...
07/10/2022

Waaqayyo wanta ja'a(6) ni jibba, isa torbaffaa immoo ni ciigga'a;
Isaanis kanatti fufanii jiru;
1) nama waan guddaatti of ilaalu,
2) arraba sobu,
3) harka dhiiga nama balleessaa hin qabnee dhangalaasu,
4) garaa akeeka hamaa yaadee qopheessu,
5) miilla waan hamaa gochuuf ariifatee fiigu,
6) nama sobaan nama irratti dhugaa ba'u,
7) isa soba gad jijjigsu, nama gargar ba'uu obboloota gidduutti facaasuudha.

Nu haa gargaaru🙌🙌🙌🙌🙌

FOLLOW MY PAGE...

29/09/2022
Follow my page ..
29/09/2022

Follow my page ..

24/09/2022

Nagaa bilisummaa irraa adda baasuun hin danda'amu, sababni isaa bilisa ta'uu yoo baate namni kamuu nagaa hin qabaatu..

Ammayyuu diriiree jira harki  🙌🙌🙌🙌Jesus....
15/09/2022

Ammayyuu diriiree jira harki 🙌🙌🙌🙌
Jesus....

Ilaalchikee har'aa borii keef murteessaadha...
07/06/2022

Ilaalchikee har'aa borii keef murteessaadha...

Address

Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bøňì BT påğě posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Bøňì BT påğě:

Share