09/11/2025
Qabi irratti..!!
Magaaloonni seena qabeessa ta'an kan Oromiyaa Finfinnee Dirree Dhawaa Harar moyyaalee guutuun Walloon Jijjigaa matakkaal fi Walloon yeroon isaan Oromiyaa jalatti deebi'uu qaban amma ta'uu hayyoonni Oromoo fi ummatni Oromoo gaafatan! Kana jachuun magaaloonni Oromiyaa fi lafti Oromiyaa yeroo kanatti deebi'uuf hiree guddaan akka jiru fi qabsoon ummata Oromoo guddoon magaaloota Oromiyaa mirga abbaa biyyummaa sarbame irratti Oromoon akka mirga Abbaa biyyummaa isaa mirkaneeffatuudha. Kana malees ummatni Oromoo lubbuu qaalii qeerroo wanti jijjiirama kanatti gabbareef mirga abbaa biyyummaa Magaaloota Finfinnee Dirree Dhawaa Harar moyyaalee guutuun Walloon Jijjigaa fi Matakkal Oromiyaa irratti mirkaneeffachuuf akka ta'e yaadachiisuun MM Abiy Ahmed Alii fi Pirezidaantii Shimallis Abdiisaa akka carraa amma jirutti fayyadamanii Magaaloota Oromiyaa deebbisan hayyoonni Oromoo fi ummatni Oromoo gaafataniiru!
Gaaffiin kun yeroo aangoo wareegama Qeerroon dhufte harka Oromoo jirtu kanatti deebii argachuu qabdiin jachuun dhaamsa hayyoonni Oromoo fi ummatni Oromoo biyya keessafi biyya ormaatii dhaamaniidha!!
Magaaloota Oromiyaa Finfinnee Dirree Dhawaa Harar moyyaalee guutuun Walloon Jijjigaa fi Matakkal nuuf deebisaa!! 🙌 🙂 godhaa!!