Siif jiraadhe siifan du’aa yaa Oromoo

Siif jiraadhe siifan du’aa yaa Oromoo Kookeet oromo

Hiriira taphaa Arbaaminciifi Qiddus Giyoorgis   Liigii Itiyoophiyaa  ፕሪሚዬር ሊግ  Premier League Sa’a 10:00 irraa eegaluun ...
13/04/2026

Hiriira taphaa Arbaaminciifi Qiddus Giyoorgis

Liigii Itiyoophiyaa
ፕሪሚዬር ሊግ
Premier League

Sa’a 10:00 irraa eegaluun taphni Arbaaminciifi Qiddus Giyoorgis gidduutti geggeeffamu gama kilaba lamaanuun leenjistoonni hiriira taphaa kana filatan

Isin kilaba kamtu injifata jettu?

Kabbee Buzunaa garee biyyaalessaa Itiyoophiyaaf filame. ‘OBN Cyber Media’ Bitootessa 02, 2018Leenjisaan garee biyyaaless...
11/03/2026

Kabbee Buzunaa garee biyyaalessaa Itiyoophiyaaf filame.

‘OBN Cyber Media’ Bitootessa 02, 2018

Leenjisaan garee biyyaalessaa Itiyoophiyaa Yohaannis Saahilee gulaallii Waancaa Afrikaaf taphattoota 23 filatan.

Taphataan Nageellee Arsii Kabbee Buzunaa yeroo jalqabaaf garee biyyaalessaa Itiyoophiyaaf filatame.

Gareen biyyaalessaa Itiyoophiyaa gulaallii duraa waancaa Afrikaa bara 2027'n Saa'otoomeefi Piriinsiippee waliin taphata.

Taphni marsaa duraa Bitootessa 18 Morookootti, taphni deebii immoo Bitootessa 22 Istaadiyeemii Dirree Dhawaatti taphatama.

Taphattoonni 23 tapha kanaaf filataman adda bahaniiru.
Girmaa Bayyanaatiin

  😡Ministeerri Barnootaa prof Birhanu Naggaa akka ibsanitti, yunivarsiitiiwwan muraasa keessatti qormaata haala qindaa’e...
11/03/2026


😡

Ministeerri Barnootaa prof Birhanu Naggaa akka ibsanitti, yunivarsiitiiwwan muraasa keessatti qormaata haala qindaa’een hatanii barattootaaf kennuun bal’inaan mul’achaa jira jechuun komatan.

Ministerichi kana kan dubbatan har’a magaalaa Finffinnee keessatti waltajjii madaallii hojiiwwan ijoo walakkaa waggaa dhaabbilee barnoota ol'aanoo irratti gaggeeffame irrational.

Prof Birhanun akka ibsanitti, qulqullina barnoota olaanoo mirkaneessuuf tattaaffiiwwan gara garaa taasifamaa kan jiru ta’us ammallee qaamoleen qormaata haala qindaa’een hatan jiraachuun qulqullina barnootaa irratti rakkoo guddaa ta’ee itti fufee jira jedhan.

Qaamoota hannaaf haala mijjeessan irratti tarkaanfiin sirrii hin fudhatamne jedhan.

Akkasumaas namoota yakka kana keessatti hirmaatan irratti tarkaanfii fudhachuuf “sodaan jira.” Rakkoon kunis ariitiin furamuu qaba jedhaniiru.

Gurbaa geenyee hammatti dubbii geenye ramitti jechuun kanna kaa waan ijooleen Biyya keenya ta'a jiran kanna yoon ilaalu ...
04/03/2026

Gurbaa geenyee hammatti dubbii geenye ramitti jechuun kanna kaa waan ijooleen Biyya keenya ta'a jiran kanna yoon ilaalu waan jedhuu naa walalchisa dhiiroo kun Iraan kun isra'il eenyuu Ethiopia hoo kan eenyuutii naati hima mee

Abdi maaltu  Mudatee ani akka nama tokkotti namni gocha akkas ilmaa nama irratti rawwatu hammam garaa jabbachuu isa gaaf...
04/03/2026

Abdi maaltu Mudatee ani akka nama tokkotti namni gocha akkas ilmaa nama irratti rawwatu hammam garaa jabbachuu isa gaaffan yaaddu debbii dhabbaa mee isin akkamitti ilaaltan? kun akkas ta'e osoo jiruu warri gara waan biraati Jijiruuf Ajjanda Godhacha Kan Jirtan Bakkuma Jirtanitti obsa
Isa immo rabbi haa fayyisuu

Ayyyyyyyii afuuftuu waan isin nu gonne jira miti amma akkam tana jettan qoossaa Trump wajjin jalqabdan Ayyyyyyyii rabbi ...
02/03/2026

Ayyyyyyyii afuuftuu waan isin nu gonne jira miti amma akkam tana jettan qoossaa Trump wajjin jalqabdan Ayyyyyyyii rabbi isin haa baasu malee iddoo bareeda deemtan gobaz👏👏👏👏👏👏👏

Qormaanni Bahumsaa ykn Exit Exam walakkeessa bara 2018 guyyaa har'a irraa kaasuun guyyoota saddeetiif ni kennama.Bu'uura...
24/02/2026

Qormaanni Bahumsaa ykn Exit Exam walakkeessa bara 2018 guyyaa har'a irraa kaasuun guyyoota saddeetiif ni kennama.

Bu'uura sagantaa Qormaata Bahumsaa ykn Exit Exam kanaatiin guyyaa har'a ganama sa'aatii 2:00 irraa kaasee marsaa sadiin barattoonni department Accounting and Finance qormaata ni fudhatu!

Barattoota qormaata bahumsaa ykn Exit Exam walakkeessa bara 2018 kana fudhattan hundaaf Carraa Gaarii!

23/03/2024
23/03/2024
Daandii dheeraa na hafee  kan fundura koo ta'u booddeetti garagalee bokeef tafkii lakka'u  jedhee  Hacceen
30/10/2020

Daandii dheeraa na hafee kan fundura koo ta'u booddeetti garagalee bokeef tafkii lakka'u jedhee Hacceen

Address

West Arsi
Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Siif jiraadhe siifan du’aa yaa Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share