Zak Bone College

Zak Bone College To inform full information about our college

18/08/2022
10/08/2022

Deemnee sagantaa barbaadnu irratti akka fedha keenyaatiin galmoofnee haa barannuun ergaa kooti.

10/08/2022

Oduu gammachiisaa namoota barnoota barbaaddan hundaaf! Kolleejjiin Zaak Boon bara barnootaa 2015f kaampaasota hundattuu galmeerra jira. Digirii jalqabaatiin sagantaa idilee, galgalaa fi fagootiin muummeewwan Accounting and Finance, Business Management fi Economics akkasumas sagantaa gulantaatiin sagantaa idilee fi galgalaatiin Accounting and Finance, ICT fi Human Resource Management tiin galmeerra jirra. Teessoon keenya:- 1ffaa. Shaashamannee Buufata konkolaataa haaraa biratti argamna. 2ffaa. Halaabaa Qulliitoo Mana murtii aanaa fuulduratti argamna. 3ffaa. Buttaajiraa Buufata konkolaataa duuba karaa gara kutaa magaalaa Iranzaaf geessu irratti argamna. 4ffaa. Naannoo Sidaamaa magaalaa Bansaa Daayyee FM Bansaa fuulduratti argamna. Koottaa barnoota qulqullina qabu baradhaa isiniin jenna.

30/10/2021

Kolleejjiin Zaak Boon Kaampaasota qabu hunda irratti (Shaashamannee, Halaabaa fi Buttaajiraa) irratti barattoota buleeyyiif barnoota kan eegale yoo ta'u barattoota haaraa immoo galmeessuu irratti argama.

18/06/2021

Kolleejjiin Zaak Boon Kasmpaasii Shaashamannee, Halaabaa fi Buttaajiraatti akkasumas senteroota titoriin itti kennamu hundatti galmee irra jira.
ዛክቦን በሻሸመኔ ካምፓስ;በሀላባ ካምፓስ እና በቡታጅራ ካምፓስ ምዝገባ ላይ ይገኛል።

03/05/2021

ለክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለ2013 የትንሣኤ በዓል በሰላም አደረሳችሁ !

28/11/2019

ዛክቦን ኮሌጅ የ1ኛ ሴሚስተር ሚድ ፈተና በመስጠት ላይ ይገኛል ።

16/08/2018

Kolleejjiin Paaradaayiz Vaalii Kampaasii Yaaballoo Hagayya 25/2010 irraa eegalee galmee bara barnootaa 2011 kan barattoota buleeyyii fi haaraa ni eegala.

13/07/2018

Baratootni kolleejjii Paaradaayiz Vaalii Kampaasii Yaaballoo tti baratan hojii tola ooltummaatiin hawaasa naannoo isaanii akka gargaaran kolleejjicji ergaa dabarsa.

15/06/2018

Baga Ayyaana Iidalfixirii bara 2010 Nagaan geessan !!!!

14/06/2018

Kolleejjiin Paaradaayiz Vaalii Kampaasii Yaaballoo Baga jala bultii ayyaana Iidalfixirii bara 2010 tiin isin gahe jedha.

Address

Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Zak Bone College posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share