Jechoota Gaggaarii

Jechoota Gaggaarii Aswrwb

13/01/2023

Seenaa Aja'ibaπŸ‘‚πŸ‘Œ

Sirna Salaata Jumu'aa..!!Muslimoonni Filisxeen guyyaa har'aa kabajamaa Masjiida Al-Aqsaa 'tti Daa'immanii haga Jaarrolii...
13/01/2023

Sirna Salaata Jumu'aa..!!

Muslimoonni Filisxeen guyyaa har'aa kabajamaa Masjiida Al-Aqsaa 'tti Daa'immanii haga Jaarrolii 'tti hiriiranii sirna Salaata Jumu'aa geggeessanii jiru.πŸ•‹πŸ•‹

Turkii Magaalaa Irizirum 'tti Haafizoonni Qur'aana guutuu qomatti qabatan 1001 guyyaa har'aa eebbifamanii jiru, Sirni ee...
13/01/2023

Turkii Magaalaa Irizirum 'tti Haafizoonni Qur'aana guutuu qomatti qabatan 1001 guyyaa har'aa eebbifamanii jiru, Sirni eebba isaanii haala adda ta'een geggeeffamee jira.

Maashaa Allah!

 β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️ ☘️☘️☘️
08/01/2023

β™₯️β™₯️β™₯️β™₯️
☘️☘️☘️

Best photo todayβ™₯️β™₯️
08/01/2023

Best photo todayβ™₯️β™₯️

08/06/2022

Ummanni Osoo Isaan jiranii Nabiin (saw) isaan keessatti xiqqeeffame, Rabbiin ol tehe Isaan xiqqeessu malee hin taane 😭

✍
✍ Beekaaf hayyuu Addunyaa keenyaa πŸ‘Œ

彑‒ Ameessi okolee dide, okkotee hin didu. 彑‒ Namatti himu malee, namatti hin hidhan.彑‒ Okkoteen waaqa hin beekne, eelee ...
02/05/2022

彑‒ Ameessi okolee dide, okkotee hin didu.

彑‒ Namatti himu malee, namatti hin hidhan.

彑‒ Okkoteen waaqa hin beekne, eelee bishaan kadhatti.

02/05/2022

🎀

✍Yeroo iida salaatuuf deeman naamusoonni
asii gadii kun eegamuu barbaachisa.
✍Qaama dhiqachuu
✍ uffata bareeda uffachuu,
✍namni dhiiraa qoftiin sh*ttoo
✍godhachuu,(dubartiin yeroo manarraa gadi
baatu sh*ttoo godhachuun dhoowwaadha).
✍Guyyaa iida fixrii osoo salaatatti hindeemne
waa nyaachuu, guyyaa iida ammo
hanga salaatarraa deebi'anii nyaatarra
turuu fii yogguu salaatanii galan udhiyyaa
isaarraa nyaachuu..
✍Ganamaan gama dirree iidaa bahuufi yoo
dandayame miilaan deemanii dhaquu.
✍Karaa tokkoon salaata dhaqanii karaa
birootiin galuu
✍Namni dhiiraa sagalee ol fuudhee waliiwajjiin takbiiraa jechuu nidandaya.

βœ…Abdallaah ibnu umar irraa inni sagalee
olkaasee takbiirtaa jedha, warri masgiidaatis jalaa dhagayeeti takbiiraa
jedha " jechaatu odeeffamee jira waan
taheef.

Nama irraa fayyadamu Rabbi nu haa godhu 🀲

Maddi :kitaaba soomana Ramadaanaa
Barreessaan;garee
ulamaaii

 πŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’š
22/04/2022


πŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ’š

πŸ’¨     πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–
24/03/2022

πŸ’¨
πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–πŸ’–

09/02/2022

Address

Oromiya
Sodoma

Telephone

+251946873793

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jechoota Gaggaarii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Jechoota Gaggaarii:

Share