Gaarumma keen jirannee.

Gaarumma keen jirannee. ���Gaaruumma waqaayyoo yadaannee nutiis kabajaa Isaaf waan gaarii yaa hojjeennu!!!���

+ Maariyaam +Namni baay'een "Hewwan kufatii keenyaaf sababa dha" yeroo jedhamuu irratti walii galuu . Durbeen maariyaam ...
31/10/2025

+ Maariyaam +

Namni baay'een "Hewwan kufatii keenyaaf sababa dha" yeroo jedhamuu irratti walii galuu . Durbeen maariyaam garuu fayyiina keenyaaf sababaa taate kan jedhuu tokkoo tokkoo fudhachuuf ni rakkatuu . wan hewan kufatii keenyaaf goote caala wan durbee maariyaam ka'uu keenyaaf goote ni caala!

Jalqabaa fayyiina keenyaa kan tatee durbee qulqulleettii kana kabajaa ishee sammuu keenyattii haa kasnuu.Durbee Ergaman abiddaa dhabbatee faarfateef , Durbee Abban ishee dawwit fagoo irraa ta'ee ishee ilaala "yaa mucaa koo dhaga'ii ilaalis gurraa kes as qabii" jechaa sagalee gabri'eeli akka dhagessuu fi si'ool kessa akka isa bastuu kan ishee kadhatuu,Obboolessii ishee solomoon "yaa obbolettikoo misirroo gutumman kee kan miidhagee mudas kan hin qabduu " jechaa kan isheef dhiyesse galata 'kan ebbifamtee dha'jedhuu akka fudhattuuf kan isheef faarfatee,harkaa isheetin jilbii fi warqee, Gadamessaa ishettii garuu nama fi waaqa, Da'uu isheetin nama fi ergamoota kan wal simsiiste, durbee kana mee xiqqoo haa yaadannuun.Abidaa boba'aa babiloon dachaa torban kan boba'uu kan qabbanessee gabri'eelin fulduraa ishee garramummaa fi kasoominan kan dhabbateef kan sagadeef "Atii kan ebbifamtee dha"jedhee kan ishee kadhatuu daa'imaa waggaa kudha shanii maariyaamin mee haa yaadannuu !
Abbaa ishee baala mukaa uffatee irraa bastee ilmaa ishee dungoo(shaama)gotee kan isa uffistee፤ Haadha ishee hewaniin hidhaa ishee miidhuu hiktee madaa ishee wal'antee qorichii hewan durbeen kun enyuu dha ?kabajaa ishee harkaa isa cubbaman akkamiinan caafa/barressa?
Jechaa qulqulluu yaa'iqob inni siruug jedhee jedhee osoon cufee naaf wayyaa"Kabajaa durbee maariyaam ibsuu irraa aduu ifa ishee fi ho'aa ishee waliin kasuutu salphaata"

Kabajnii durbee maariyaamiif haa ta'uu!!
👉 YOU TUBE| 👇
https://youtu.be/FZoO-CN9Wms
TELEGRAM | 👇

Source from.....Sagalee gammachu official telegram channel.

✍Guyyaa 50ᶠᶠᵃᵃ ( ) ➥Ayyaanni Pharaqilixoos: Pheenxeqostee jedhamee kan beekamu yoo ta'u,guyyaa shantammaffaa jechuu dha....
07/06/2025

✍Guyyaa 50ᶠᶠᵃᵃ ( )

➥Ayyaanni Pharaqilixoos:
Pheenxeqostee jedhamee kan beekamu yoo ta'u,guyyaa shantammaffaa jechuu dha.
➥Pharaqlixoos jechuun immo cinaa kan dhaabatu, kan jajjabeessu, kan nama gargaaru jechaa dha.
➥Guyyaan Kun guyyaa Hafuurri qulqulluun duuka bu'oota isaatif itti bu’e dha.
➥Guyyaan kun guyyaa dhaloota mana kirsitaana ti jedhuun abbootni. Gooftaan " Kunoo isa abbaan koo isin abdachiise isiniifnan erga, garuu akka nama uffannaa guutuu uffatuutti waaqa irraa humna hamma argattanitti mandaricha keessa turaa" isaaniin jedhe." Luq 24:49
➥Akkuma jedhaman Duuka bu'ootni Gooftaa osoo Iyyarusaaleem keessa hin bahin ni eegani.Gooftaan keenyas du'aa moo'ee ka'ee guyyaa 40ᶠᶠᵃᵃ isaati gara Waaqatti ol bahe,dabalatan ragaadhaf (HE 1:4).Sana booda guyyaa 50ᶠᶠᵃᵃ isaanittis hundii isaani Afuura Qulqulluun guutaman jedha sagaleen Waaqayyoo. HE 2:1-2
➥Ayyaanni guyyaa shantammaffaa inni "Phenxeqostee" jedhamee beekame yommuu ga'e, hundinuu iddoo tokkotti walitti qabamanii turan.Dingatas huursaan waaqa irraa akka bubbee bubbisuutti dhaga'amee, manicha isaan keessa jiranis guute.
➥Gooftaan keenyas kan dubbateef amanamaadha waan ta'eef Duuka Bu'ootni iddoo tokko ta'aanii osoo jiran Afuuri Qulqulluun bifa arraba abiddaa fakkaatun isaan irraa bu'e.HE.2:3-4
➥"Arraba ibiddaa kan fakkaatan isaanitti mul'atan, gargar tamsa'aniis, wanti akka arraba ibiddaa kun tokkon tokkon isaanii irra taa'an.Yommus hundumti isaanii Afuura qulqulluudhaan guutaman; akka Afuurri dubbachuu isaa isaaniif kennetti, afaan garaa garaa dubbachuu jalqaban."afaan tokkon kan dubbata turan afaanota 71 itti dabalun afaanota 72 godhatan.daandii du'aa irraa saba Waaqayyoo dubbii sagalee Waaqayyootin ni deebiisan.
➥Lallaba Pheexroos dhagahanii namootni kuma sadi guyyaa sanatti cuuphamaniiru (HE 2:14).
➥Sabni hundi isaani afaan ittin dhalataniin dubbii sagalee Waaqayyoo yoo dhagahaniitti ni dinqisiifatan. (HE 2:5-21)

Ortoodoksi ishee dhugaa irraa.

23/04/2023

Monoksoota lamaan
monoksee lamaa ta'aani osoo karaa deemani..iddoo lagaa gahaan...akkumaa chii gahaanin dubartii uffata haaraa uffatte lagichaa ce'uuf of sodattee dhiphaacha jirtuu tokkoo biraa gahaan gaaf sanaa monoksoota lamaan kessaa innii tokkoo baatee ceesisee,
boodaa imaala isaani ittii fufaani bodaarra monoksichii innii kuun maalif dubartitti dhihaatta? akkamitti seera monoksummas cabsiita jedhee itti iyyuu jalqabee,gafaas monoksichii jalaa caalisee karaasa

Address

Jima Ber
Woliso

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gaarumma keen jirannee. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Gaarumma keen jirannee.:

Share