08/09/2026
Guyyaa 03/13/2018
********************
Manaajimentiin Yuunivarsiitii Amboo Kaampaasii Wolisoo Barsiisotaa fi hojjattootaa bulchiinsaa kampaasichaa waliin marii gaggeessee jira. Marii kanaan raawwii fi bu’aawwan hojii bara barnootaa 2018 gamaaggamuun karooraa bara 2019 keessaa hojiiwwaan dursa kennamuuf qabsn irratti mar'ate.
የአምቦ ዩኒቨርሲቲ ወሊሶ ካምፓስ መናጅሜንት ከአካዳሚክ እና አስተዳደር ሰራተኞች ጋር የ2018 ዓ.ም. የሥራ አፈጻጸምና ውጤቶችን በመገምገም፣ የ2019 ዓ.ም. ዕቅድ፣ ቅድሚያ ሊሰጣቸው የሚገቡ ሥራዎችና ዝግጅቶች ላይ ውይይት አካሂዷል።