Gaachana Oromiyaa

Gaachana Oromiyaa GAACHANA OROMIYAA

Kunis biyyee nyaateti RIP
27/03/2022

Kunis biyyee nyaateti RIP

Godina showa lixaa aanaa illuu galaanitti tarkaanfii ABO shanee irratti fudhatame
12/03/2022

Godina showa lixaa aanaa illuu galaanitti tarkaanfii ABO shanee irratti fudhatame

12/03/2022
11/03/2022
Duula Balaaleffannaa shororkeessaaa ABO shanee Nuunnuu Qumbaatti
11/03/2022

Duula Balaaleffannaa shororkeessaaa ABO shanee Nuunnuu Qumbaatti

 # meeshaleen waraana seeran ala socho'aa turan to'ataman #Namoonni lama ka'umsa isaanii naannoo gambellaa kan tahan mee...
10/03/2022

# meeshaleen waraana seeran ala socho'aa turan to'ataman #

Namoonni lama ka'umsa isaanii naannoo gambellaa kan tahan meeshalee waraana ulfaatoo Bireenii 3Fi kaneen biroo fe'anii osoo ABO shaneef Geessaa jiranii Hordoffii qaama nageenyaa Eeruu ummatasn Godina shawa lixaa magaala Ambootgi to'annaa seera Jala galaniiru jarreen kun ABO shanee humna badii naannoo Gincii sochohaniif geessaa akka jiru ifoome yoomillee kan hin milkoofneedha sababni isaa dhugaa waanin qabneef injifatamaa jiru

Imala Kaayyoo Yoomiyyuu Gufuun Qabu mirgaan Gali jedhan Gootittii biyyaaf Duulte Kana
09/03/2022

Imala Kaayyoo Yoomiyyuu Gufuun Qabu mirgaan Gali jedhan Gootittii biyyaaf Duulte Kana

09/03/2022

OBN Guraandhala 29,2014- Ministiirri Muummee Itiyoophiyaa Dr Abiyyi Ahimad Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutaareez waliin bilbilaan mari’atan.

Dr. Abiyyii, Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutaareez waliin mariin gaggeessan haala itti deeggarsi namoomaa naannolee waraanaan miidhaman itti dhaqabuufii ,haala Siyaasa wayitaawaa Itiyoophiyaa keessa jiru irratti akka mari’atan ragaan Ministeera Dhimma alaa Irraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa
Feesbuukii Afaan Oromoo: http://facebook.com/OBNAfaanoromo
Raadiyoo OBN https://zeno.fm/radio/obnradio/
Tiwiiterii: https://twitter.com/OBNoromiyaa
Feesbuukii Afaan Amaaraa:- http://facebook.com/OBNAmharic
Feesbuukii Afaan Ingilizii:- http://facebook.com/OBNEnglish
Teeleegraamii:https://t.me/OBN_VoiceOfthepeople
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa.

Kun Hundi Kaayyoofi Saba isaanifi   Jajabee ilma sabaa sabasara dhalate saba isaaf kan hojettu Galatooma
09/03/2022

Kun Hundi Kaayyoofi Saba isaanifi
Jajabee ilma sabaa sabasara dhalate saba isaaf kan hojettu Galatooma

Address

Oromia
Woliso

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gaachana Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share