Abdii jiraataa

Abdii jiraataa Faddaala manaaf konkolaata Tessoon Keenya Sabbata Aanaa moglee

03/12/2023

Faddaala manaaf konkolaata Tessoon Keenya Sabbata Aanaa moglee

03/12/2023

Inni Abdii kenne amanamaadha❤️

Faddaala manaaf konkolaata Tessoon Keenya Sabbata Aanaa moglee

03/12/2023

Jesus

01/11/2023

Haalota gararradha inni

Abdiin keenya inni dhugaa waaqa qofa
14/07/2022

Abdiin keenya inni dhugaa waaqa qofa

Jireenyi Iyesusin Ala hin bareedu
05/03/2021

Jireenyi Iyesusin Ala hin bareedu

Ameen Jedhi
04/03/2021

Ameen Jedhi

04/03/2021

Ibr. 11
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Amantiin waan abdatan "Dhuguma in ta'a" jedhanii fudhachuu dha; waan ijaan hin argines akka waan arganiitti "Jira" jedhanii lakkaa'uu dha.
² Sababii amantiitiif Waaqayyo biraa namoota bara duriitiif dhugaa ba'ameeraaf.
³ Waaqnii fi biyyi lafaa sagalee Waaqayyootiin akka uumaman amantiidhaan in hubanna; akkasittis wanti ijaan argamu wanta hin mul'anne irraa hojjetame.
⁴ Abeel amantiidhaan aarsaa isa kan Qaayin irra caalu Waaqayyoof dhi'eesse; Waaqayyo kennaa isaa fudhatee isaaf dhugaa ba'eera. Abeel amantii isaatiin qajeelaa akka ta'es dhugaa ba'ameeraaf; inni in du'e, garuu karaa amantii isaatii amma iyyuu dubbachaa jira.
⁵ Henok du'a ijaan iyyuu akka hin arginetti amantiidhaan ol fudhatame; Waaqayyo waan isa fudhateefis hin argamne; ol fudhatamuu isaa dura immoo, Waaqayyoon gammachiisuun isaa dhugaa ba'ameeraaf.
⁶ Amantii malee immoo Waaqayyoon gammachiisuun hin danda'amu. Eenyu illee Waaqayyootti dhi'aachuu yoo barbaade, inni akka jiru, warra isa barbaadaniifis gatii isaanii akka kennuuf amanuun isa irra jira.

Address

Woliso

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdii jiraataa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share