Oroomiyaa biyyaakoo

Oroomiyaa biyyaakoo Jiraachuuf jennee waa baayyee obsinee.

26/11/2023
Qabxiin darbiinsaa sagantaa fooyya’iinsaa(Remedial Program) Ifoomeera.Haaluma kanaan 👉Barattoota Idileefi Halkanii  Saay...
03/11/2023

Qabxiin darbiinsaa sagantaa fooyya’iinsaa(Remedial Program) Ifoomeera.

Haaluma kanaan

👉Barattoota Idileefi Halkanii Saayinsii Uumamaa

Dhiira=255

Dhalaa=234

👉Barattoota Idileefi Halkanii Saayinsii Hawaasaa

Dhiira=218

Dhalaa=200

👉Barattoota Idilee Saayinsii Uumamaa naannoowwwan guddataa jiranii

Dhiira=224

Dhalaa=210

👉Barattoota Idilee Saayinsii Hawaasaa naannoowwwan guddataa jiranii

Dhiira=192

Dhalaa=180

👉Barattoota Idilee Saayinsii Uumamaa naannoowwwan Horsiisee Bultootaa

Dhiira=210

Dhalaa=210

👉Barattoota Idilee Saayinsii Hawaasaa naannoowwwan Horsiisee Bultootaa

Dhiira=180

Dhalaa=180

👉Barattoota Idilee Saayinsii Hawaasaa naannoowwwan Qaro Dhabeeyyii

Dhiira=150

Dhalaa=150

👇👇👇👇👇👇👇👇bal'inaa isaattif GroupTsagaye information jedhu like gochuun argachuu dandeesu.

Oromoonni hundi kabaja yaadannoo gotootta oromoo Ebila 15 baga nagaan geessan.
14/04/2021

Oromoonni hundi kabaja yaadannoo gotootta oromoo Ebila 15 baga nagaan geessan.

10/04/2021

Walitti bu'insaa guyyaa haraa RIP fi Waraana adda bilisumaa gidduutti godhaameen RIP hedduun midhaamuun hospitaala Naqamtee seenaani yaalama jirachuu gabaafama jira. Namoota yaalaf seenan keessa lubbuun Rip lamaa darbuu yeroo amma dhaga.amaa jira.

Address

London

Telephone

+251910846825

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oroomiyaa biyyaakoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share