13/09/2025
====================
☛Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaaf daldalagarbaa mormuun akka dhaabbatu goote biyya -Ispeen
☛Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaaf adabiin du'aa (death penality) akka hafu labsite biyya -Venezuweela
☛ Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaaf qarshii waraqaa irratti maxxansiifte biyya - chayinaa(song dynasty)
☛ Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaaf istaampii poostaa eegalte Biyya - Biritaaniyaa maqaan istaampichaas ("Penny Black") jedhama.
☛ Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaaf VAT(Value Added tax) eegalte biyya - Faransaaydha.Bara 1954.
☛Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaafgurgurtaa kaarbonii (Carbon Tax) jalqabde biyya- Finland bara1990.
☛ Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaaf sirnabulchiinsa dimookraatawaa eegalte biyya Giriik Ateens dha.
☛Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaaf waraaqsawarshaalee dhandhamate biyya -Biritaaniyaadha.
☛Biyyi Addunyaa irraa yeroo jalqabaaf karoora qusanaa maatii hojii irra oolchite biyya- Indiyaa
Waan dubbistaniif galatoomaa!.