Roba show

Roba show We are the last hope for humanity

06/10/2023
06/10/2023
Wantoota Dandeettiii Dhukkuba Loluu Qaama Keenyaa (Immunity) CIMSAN.1. Hirriba ga'aa rafuu (sa'aa 6 haga 8).2. Sochii qa...
10/07/2022

Wantoota Dandeettiii Dhukkuba Loluu Qaama Keenyaa (Immunity) CIMSAN.

1. Hirriba ga'aa rafuu (sa'aa 6 haga 8).

2. Sochii qaamaa taasisuu (torbanitti guyyaa 4 ol guyyaatti daqiiqaa 30 oliif).

3. Sammuun dhiphachuu (stress) dhiisuu.

4. Nyaata kuduraa fi muduraan (fruits and vegetables) itti baay'ate soorachuu.

5. Tasumaa tamboo fi waantoota tamboo fakkaatan aarsuu dhiisuu.

6. Alkoolii dhiisuu, yoo kan dhugan ta'e ammoo xiqqeessanii dhuguu.

7. Dhukkuboota akka dhukkuba sukkaaraa fi kkf yoo qabaanne qoricha dhukkuboota sanaaf nuu kennaman sirriitti fudhachuu.

8. Ulfaatina qaamaa akka garmalee hin daballe yokaan hin xiqqaanne sirrii irratti eeguu.

********************
Fayyaan Faaya

Address

Minisootaa
New York, NY

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Roba show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The University

Send a message to Roba show:

Share